Sunday, October 21, 2012

Walloo Dagan magaalaa jedhamtutti Mootummaan Muslimoota ajjeesaa jira.

Oduu Owwaa!!!

Walloo Dagan Magaalaa jedhamtuutti Muslimoonni hedduun akka mootummaan tumamanii fii tokko akka du'es hanga mammaa dhagayamee jira. Masjidni hundi tohannoo waraanaa jala waan oleef salaata Maghriiba Azaanni osoo hin godhamin ummanni akka manatti salaatee beekkamee jira. warraanni mootummaa namoota hedduu makiinaan fi'ee akka fudhes dhagayamee jira. 
Namoonni du'an akka ida'aa jirus beekkamee jira. Hospitaalli warra qawween madaaween guttamee jira. Mootummaan Islaamaa fixaaa jira.


No comments:

Post a Comment