Sunday, October 21, 2012

Warraanni Mootummaa wallootti duule arra. 21-10-12

oduu owwaa
alhada arraa naannoo amhara godiina kibba walloo magaalaa garbbaattii fii daganittii sababaa liqamabbar dargaggoota musliimaa kan magaalaattii dargaggoo abubakar qaamottii mootummaatiin ukaamame ergga fudhamee booda mormmiin guddaa hawaasnii musliimaa kaase. humnoonnii mootummaatiis tarkkaafii sukanneessa hawaasa musliimaa irrattii fudhataniin namoonnii du'anii fii kan madaawaniis akk jiruu maddeen kessaatii himammtii jira.hamma yaroo ammaa umannii msjiida kessa waliiqqabamanii kan njiran yammuutahuu humnoonnii motumma umataan marsanii akka jiiran ibsamaatii jira.rakkoon kun magaalttii olaattii tamsaa'un isaa himamaatii jira

No comments:

Post a Comment