Tuesday, October 23, 2012

Sheekkootiin hidhamuun itti fufee jira

Oduuu Amma nu dhaqabe.
Sheekkootii hidhuun itti fufee jira.

Halkan edaa magaalaa Aawwadaayitti namootni afur 4 hidhamaniiti jiran . Sababaan itti hidhamaniis: nuti majlisa kijibaan filatame kana hin feenuu jettanii akkasuma ammaas waraqaa majlsa jibbaa jettu facaaftanii . Namoota biraallee barbaadaati jiran. Akkasumatti ammallee Daa,ii beekkamaa kan tahe OBBO JAMAAL ALIYYI magaalaa Dirree Dhawaatti osoo karaa mana isaa baajiin deemaa jiruu guyyaarraa sa,aa 5:00tti isaa fi baajaaj isaan deemaa jirtullee hidhamanii jiraachuun beekkameeti jira. Eegasii baajaaj gad-dhiisanii isa achumaan mana hidhatti hambisan. Laaluullee namatti hin dhiisan .

No comments:

Post a Comment