Monday, October 15, 2012

Oromiyaatti Bartoonni Muslimaa akka Kolleejjii hin seenne dhowwamaan

Oromiyaatti Bartoonni Muslimaa akka Kolleejjii hin seenne dhowwamaa jiraachuun Isaanii dhagayame.

barattootni muslima Aana mattu ganda kamisetti dhalatan dorgommi barnoota saayinsii Fayyaatiif godhaniin qabxii amma barbadamu fiduun dorgomtoota isaani ulaaga B.B.O.baaseen moo'atanus...ulaagaa (bulchiinsa aanaa garuu guutuu hin dandeenye) bulchiinsi Aana mattu Obbo Indale shinke ulaagaa baaseeniin akka kolleeji hin galle dhowweera:
ulaaga namichi kun baasees: isin ijoolleen kamisee shororkeessitoota, mankaraaressitoota, kanaaf harka keenyaan maaliif ofirratti sin leenjifna jechuun akka ariyaman godheera
kamisee jechuun immo biyya Aalimni keenya tokko ummata ittbarsiisanudha isaanis amma ji'a shanaffaadhaaf mana Adabatti akka argaman sin hubachiisaa.


No comments:

Post a Comment