Oduuu Owwa!!!
Goodina Harargee Lixaa Baddeysatti naannoo masgiida Bilaalitti dubartootaafii darasoota hedduu hidhaa jiran. dubartoonni hijaaba akka dhiisan akka masgiida hindhaqne,fii akka qur'aana hinqaraane dirqisiisannii dhoowwaa jiran. darasoonni masgidatti tafsiira qarasisus hidhamaa jiran.
kuni hundu kaabneen baajata ahbaashaatiin akka dalagaa jiru hubtamee jira.
ammas kabneen hundi ganda keysa ori'anii akka saree maraatteetti ummata lolaafii arrabaan dhaabaaf dhaabbata kutanii jiran. ummanni akka itti bobba'ee galu wallaalee jira.
Filannoo dirqamaan akka filan godhamaa jiran. Garuu ummanni jeynummaan filannoo akka itti hin hirmaanne Ibsachaa jira.
No comments:
Post a Comment