koreen musliimttootaaf furmaata
barbaaddu ergga hidhaman irra hangga arra maatii isaanii ilaaluun kan hin
hayyamamaneef tahuus hayyama allahatiin guyya arraa maatiin ustaad
abuubakar,kan amaddiin jabaliifii kan ustaad ahmad mustafaa isaan
ziiyaaraniiro.hala nama ajaaiibuun hiidhaa kessa ta'anii tafsiira qura'aana
aliima gudda doktar kamaal irrattii qara'a akka jiiran beekuun
danddayameera.ustaa...d amadiin jabaliis qura'ana akka hafazaa jiiran bekame.of
biira drbanii musliimtoota isaaniin waliin mana hiidhaa kessa jiiran
fayyadaatii jiru.dabalataan korewwan teenya,da'iileen teenyaa fii aliimoonnii
keenyaas hunddii isaanuu fayyaa gaarii irra akka jiiran bekuun dadayameera.
alahamduliillah!!!!! kun hunddii danddeettii fii niimaa allahaatii. akka
rabbiin hiidhaa kessa isaan baasu du'aaii haagonuuf.
No comments:
Post a Comment