ODUU HAARAWA!!! BREAKING NEWS!!!
HAROO
MAAYAA
31-5-2012
Akka
qaamni mootummaa tokko nuuf gabaasetti, namni tokko leenjii ahbaash tan
magaalaa haroo maayaatti gaggeeffamaa jirtu irratti osoo waaee aqiidaa
Ashaairiyyaa barataa jiranii achumaan aaree mataan isaa tuqamed maraatee jira.
Poolisotiiniis oduma inni AHADUN AHADUN jeuu ni qoranna ja.anii makiirra
kaayanii gara mana haakimaa kutaniin. Namni kuniis karaa Gursumii dhufe.
BADDEEYSAA
Guyyaa arraa
31-5
Namoonni hedduun
walgahii dirqamaa tan mootummaan gaggeeysaa jiru irratti akka rifatanii
dhukkubsatan oduun qaama mootummaarraa nu gahe tokko nuuf ibsee jira.
CIROO
Guyyaa arraa
31-5
As wr wb
oboolleyyan Islaamaa shekkota keenyaafis duaa'i haa goonuu sheekkota keenya
folisaan fuudhanii deeman, qorannaaf fune erga ja’an booda makiinaadhaan walgahii
Ahbaashitti deebisanis, walgahii isaanii hin dhaggeefannu jachuudhan mooraa
galma magaalaa chiroo keessa taa’an. sheekkottan kana keessaa shek Abdurahman
sammuu isaaratti rakko uumamen huccu isaa facaasee figee, folisoninis jala fiiganii
qabani itti deebisan, sheekni kalee reebame immo miila isaarratti waan dhahameef
seeraanin gaafadha ja’e deemutti jira, ulamaa’ii keenya beekkamoo kan tahan arrabsamanis
ol iyyataniiti jiran. sheekkoota keenya qophaaa isaanii maaliif Rakkatan??? isaan
cinaa dhabbachuu qabna Rabbiin adawwii isaanii haa azaabu..
Injifannoon tan Islaamaati!!!
Allaahu akbar!
No comments:
Post a Comment