Jaarmaya
Islaamaa tokko jaaruuf maaltu nu barbaachiisa.
qopheeysaan: Abuu Muhammad Al-Baddeeysii
1. Rabbii tokkichomsuudhaan isa gabbaruu
2. Quraanaa
fi Hadiisa jala guutumaa guututti deemu.
3. karaa
salafaa qabachuu
4.
ulamaa’iidhaan mariyachuu fi wanni biroo hedduu jira.
Karaan deemu
qabnu kami?
Jaarmayni
Islaamaa tokko kan ummata Muslimaatiif dalaguu yaada qabu Aaqiidaa sirriidhaa
irratti gadi dhaabbachuun barbaachisaadha.
Aaqiidaa
sirriidhaa jechuun jaalachuu fi jibbuu of keessaa qaba.
Wanni
jaalachuu qabnu Rabbi fi Rasuula isaa N.R.I.H akkasumas Muslimoota hunda. Wanni
jibbuu ykn irraa qulqullaawu qabnu Kaafira fi waaqeefataa karaa Rabbii fi
Rasuula isaa s.a.w jala hin deemna hunda, oromoo tahuu, amaara tahuu, araba
tahuu ……….
Karaa lamaan
kana yoo qabatee ijaarame, jaarmaya islaamaa kan Rabbiin tumsuuf taha, kan
namni isa ijaaree fi isaaf hojates adunyaa fi akhiraatti milkaawu taha.
Haala
dubbatame lamaan kanaan yoo hin faayamin adunyaa fi akhiraattis hin milkaawu.
Aaqiidaa
qulqulli karaa nabi Ibraahim tana namni qabatee waa ijaaruun isaa hedduu
barbaachisaadha yoo akkas tahuu baate karaa Rabbii irraa bahee nama baasuun
isaa ifa galaadha.
Karaan
kaafiraa fi amantii isaanii irraa qulqullaawuudhaa kun muslimtoota hunda
lammiin, gosaan, biyyaan osoo addaan hin bane akka tokko tahan isaan godha.
Akkuma ummata Islaamaa kan dabaran milkaawanitti milkaawuun ummata Islaamaa
karaa kanaan ni argama.
Rabbiin ol
tahe akkana nun jedha:
والمؤمنون والمؤمنات بعضهم
أولياء بعض يأمرون بالمعروف وينهون عن المنكر ويقيمون الصلاة ويؤتون الزكاة
ويطيعون الله ورسوله أولئك سيرحمهم الله إن الله عزيز حكيم
{Mu’mintoonni dhiiraa fi mu’mintoonni dhalaa
gariin isaanii jaalallee gariiti, waan gaaritti wal ajajan ammas waan
hamtuurraa (jibbamaarraa) wal dhorgan, salaata ni salaatan, zakaa ni keennan, ammallee
Allaaha fi ergamaa isaa tole jedhan. Orma san Allaahaan Rahmata Isaaniif godha,
Allaahaan Injifataadha, ogeeysa.} suraa towbaa:71
Rabbiin
warra karaa qajeelaa isaa qabatee akka Rahmata godhuuf dubbatee jira ammas
Muslimni hundi dhalaa fi dhirri obboleeyani amantiidhaan, kan gosaa fi
lammiidhaan garagar hin baane. Kanaaf oromoon Islaamaa Amaaraa fi Tigree
Islaamaati wajjiin obbolleyan Islaamaati.
Ammas
Rabbiin akkana nun jedha:
لا يتخذ المؤمنون الكافرين
أولياء من دون المؤمنين ومن يفعل ذلك فليس من الله في شيء إلا أن تتقوا منهم تقاة
ويحذركم الله نفسه وإلى الله المصير
{warri amane
Kaafira jaalallee hin godhatin mu’mintoota achitti, ammoo inni (jaalallee isaan
godhatuu) san dalage, Allaaharraa waan takka keeysatti hin taane (Allaahaan isa
hin gargaaru, isaaf hin tumsu).} Al-Imraan:28
Mee ajaa’ibi
nama kaafira jaalatu Rabbiin akka waan takkallee isaa hin gargaarre addeesee
jira, osoo abbaa fedhe tahe Oromummaan yoo kaafira kan jaalatu taate milkiin
hin jirtu jechuudha.
Ammas
Rabbiin akkana jedha:
لا تجد قوما يؤمنون
بالله واليوم الآخر يوادّون من حاد الله ورسوله ولو كانوا آباءهم أو أبناءهم أو
إخوانهم أو عشيرتهم أولئك كتب في قلوبهم الإيمان وأيدهم بروح منه ويدخلهم جنات
تجري من تحتها الأنهار خالدين فيها رضي الله عنهم ورضوا عنه أولئك حزب الله ألا إن
حزب الله هم المفلحون
{ (yaa
Ergamaa kiyya Muhammad s.a.w) hin agartu nama Allaahaa fi guyyaa irraa
boodaatti amane, kan nama Allaahaa fi Rasuula Isaa faalleesse jaalatan, osoo
abbaa isaanii tahe ykn osoo ilmaan isaanii tahe ykn obboleyyan isaanillee osoo
tahe ykn gosa Isaanillee osoo tahe….} suuraa mujaadalaa:22
Jecha Rabbii
kana keessaa wanni hubannu namni amane kaafira akka fedhe osoo tahe hin jaalatu
jechudha. Kanaaf jaarmaya Islaama kaafira hanga firii xaafi takka jaalachaa
ijaaruun waan hin taane, osoo ijaarames ni diigama kana Rabbiin ibsee jira.
ABOn dhaabbata oromoo tahus kan yeroo mara isa hoggannaa ture kaafira ammas
isaan aadaa fi amantii oromoodhaa Islaamni akka ballese amanan, kanaaf yeroo
takkallee Islaamaaf ilaalcha gaarii qabaatanii hinbeekan. Akkuma kana OPDO
jarri jedhamu kan tigreen ijaarte kunis adawwii Islaamaa tahu isaani ummanni
Islaamaa hundi ni beeka. Duuba dhaaba akka ABO fi OPDO jaalachaa, isaan faarsaa
jaarmaya ykn gamtaa Islaamaa ijaarra jechuun waan hin malle tahu beekuun
barbaachisaadha, amantii oromoodhaa waaqeefattummaadha warra jedhu waliin ammas
Islaama caalaa warra amantii pheenxee jaalatuu kana jibbuun dirqama.
:{ يا أيها الذين آمنوا
لا تتخذوا بطانة من دونكم لا يألونكم خبالا ودوا ما عنتم قد بدت البغضاء من
أفواههم وما تخفي صدورهم أكبر قد بينا لكم الآيات إن كنتم تعقلون }(آل عمران:118)
{Yaa warra
amantan jaalallee hin godhatinaa nama amantii teessanii ala jiru (mushrika,
kaafira fi waaqeeffataa) badii isin keeysatti dalagurraa hin gabaabattan
ammallee Rakkachuu keeysan ni jaaltan. Dhugumatti mullattee jirti jibbensi
afaan isaanitirraa garuu waan qoomti isaanii dhukkesituttu irra guddaadha.
Dhugumatti isiniif ibsinee jirra aayaata yoo kan beeytan taatan} suraa
Al-Imraan:118
Karaa Nabi
Ibraahim kana yoo qabachuu dadhabne milkiin hin jirtu Kaafiraa fi amantii
isaanii irraa qulqullaawuu qabna, islaamaa fi muslima hunda jaalachuu qabna
………….. itti fufa
No comments:
Post a Comment