Saturday, November 24, 2012

Walaloo Islaama ibsu

Walaloo Islaama Ibsu
by Jamaal Gabe
hedduu teysoon saanii samii keysaa.
ittin dilaawan ajaja isaa.
dhugaa kitaabni Rabbiin buusee.
kan anbiyoota saa barsiise.
Qur'aana isaa hunda caalchisee.
kan nabiin keenya aalamaa ibsee.
itti amannee ergamtootaa.
ilmaan namaatiif barsiistota.
shirkii fageysan karaa fokkataa.
towhiidan ibsan qalbii ummataa.
dhuga'oomsi guyyaa qiyaamaa.
yowmul hasrati wannadaamaa.
guyyaa kaafamaa guyyaa galataa.
jallaan azaabaa gaariin jannataa.
qadara jaheysaan isaatii.
gaariifii hamtuun waan dhufeetii.
feedhii Rabbiitiif murtii isaatii.
katabee kaayee bekkomsa saatii.
ihsaannis beekaagaa tolchuudhaa.
ibaadaa Rabbii sirreysuudhaa.
akka waan laaltee gartuutti gabbarii.
ati arguu baattus si argaa barii.
waan himneef daliilan dhiheysaa.
hadiisa jibriil muslim keysaa.

Thursday, November 22, 2012

Ashuuraa haa Soomannu

Ashuuraa Soomannee Araarama Rabbi haa kajeellu.
Guyyaa Ashuuraa Guyyaa guddaadha, Rabbiin Muusaa fi Orma Isaa Fir’owna jalaa nagaya baase. Fir’ownaa fi Orma Isaa Baharatti kombolchee fixe.
 Ashuuraa (Ji’a Islaamaa Muharram guyyaa 10ffaa) soomanuun cubbu amata tokko namarraa dhiyxi. 
Ammoo dirqamaa miti Soomanuun Abbaan soomane galata guddaa argata namni hin soomanne badiin irra hin jirtu.
Ammas cubbu xixiqqoo hunda tan waggaa tokko Soomanni Ashuuraa namarraa qulqulleessa garuu cubbuun gurguddoon towbaa sharxii Isii wajjiin godhuu barbaachisa.
Guyyaa sagalaffaa itti Ida’unis jaalatamaadha Rasuulli s.a.w amanta dhufu guyyaa 9ffaa nin soomana je’ee Osoo amanni hin gahin gama Rabbi isaa godaane (Rabbiin lubbu Isaa fuudhe) kanaaf guyyaa 9ffaa itti Ida’anii waliin soomanuun karaa Rasuulaati s.a.w.
Kanaaf Obboleyyan Islaamaa hundi keenya soomana boruu fi saftii soomanuun haa dabarsinu akka Rabbiin cubbuu amata tokkoo nuuf araaramu.
Warra Rabbiin araaramuuf nu haa godhu.


Wednesday, November 21, 2012

Mootummaan Masjida saamuu eegalerra

Oduu Nama Diinqu
Iluu Abbaa Booraa Irraa amma nu dhaqabe.
har'ammo waanuma dinqiin sitti hima! goodina Ilu aba boora magaala Mettutti Mesjiida Nejjaash kan jedhamu seena isa dhagahu hin ooltanu, yoo hin dhageenyes masjida ijaarsi isa qar.mill.6 ol hirmaaannaa ummata muslimaatiin ijaarame xumuramu irra jiruudha! Aalal kheyriin ijaaruf gaafatulle Ummanni kheyriin kun nu harkaa bahuu hin qabu jechuun humnaa fi qarshii isaatiin ijaare xumuraa jiruudha!! garuu har'a (21-11-2012) wayyaaneen Zuhri booda Federal police fudhattee deemuudhaan biiroo masjiida kana cabsitee seenuun Biiroo Masjiidaa keessa galuun waan bayee fattashaa oolte!
sa'aatii ummanni salaate gale eeggachuun kana gochuun hattummaa nutti agarsiisani jiru!
Kunis Misooma keeysaa tokko tahuu hin ola jenne nutis.

Sunday, November 18, 2012

Ziyaaraa Qaallittii guyyaa 18-11-2012 Ya Kaalitti tarikawii ziyaara




Friday, November 16, 2012

Oduu jimmaa 16-10-2012

Oduu Jimmaa!!!

Jimmaa guyyaa arraa Masjida Fathiitti ummanni Islaamaa hiriira nagayaa godhee ole.
Ummanni Islaamaa magaalaa jimmaa kuma hedduutti lakkaawaman Masjidatti sagalee Isaanii karaa nagayaatiin dhageysisanii jiran.
Ummanni Muslimaa hundi Isaanii xalayaa fi wayaa adii qabatanii akka jiranis dhagayamee jira.
Koreen keenya haa bahu!!!
Islaamni nagaya!!! fi dhaadannoo hedduu dhageysiisanii jiran.

Thursday, November 15, 2012

Duula Ziyaaraa biyyooleysaa!!!

Duula Ziyaaraa biyyooleysaa!!!
koree teenya bakkatti ziyaarree seenaa haa daleynu!!!!!
Guyyaa Alhadaa ummanni Islaamaa finfinnee fi naannoo isii jiru hundi akka ziyaaraaf gama qaallittii dhangala'uu murtaawee jira.
Kanaaf ganama sa'aa 2 irraa hangaa sa'aa jahatti sagantaa xumuramu kana namni dandeenyu hundi itti hirmaachuu qabna. dhalaa, dhiira, dargaggoo fi maanguddoo hundi nagayaan qaallitti dheeynee koree teenya tan badii tokko malee hidhamte ziyaarree akka yeroo hunda isaan jaalanni agarsiisuu qabna.
Injifannoon tan Islaamaati!!!
Alllaahu Akbar!!!!


Friday, November 9, 2012

VOA afaan oromoo gabaasa waa'ee Muslimoota Itiyoopiyaa guyyaa 9-11-2012

VOA afaan Oromoo gabaasa kalleessa galgala 10-11-2012 waa'ee mirga Muslimoota ilaala.
Komiishinni walabummaa Amantii US kan sadarkaa addunyaa Itiyoopiyaa keessa hordoftoota amantii Musliimaaf walabummaan waaqeffannaa irraa mulqamaa hufuun isaa na yaaddesse jechuun ibsa baasee jira. Angawoonni Ameerikaa Itiyoopiyaan walabummaa amantii akka kabajju miseensota bulchiinsa biyyattii haaraa akka gaafatanis ibsee jira. Waajjirri ministrii haajaa alaa Amerikaaf dubbi himaa kan ta’an ibsanii Komiishinni walabummaa amantii USCIRF jedhamu kun baatii Adoolessa bara 2004 qabee mootummaan Itiyoopiyaan damee amantii Islaamaa hawaasi muslimaa biyyattii hordofu geeddaruuf yaalaa jira, tarkaanfii kana kanneen morman hoogganoota amantichaa fi hayyootas adabeera jedha ibsi sun. Mootumaan Itiyoopiyaa Onkoloolessa 18 mormitoota 29 yakka shorkeessummaa fi biyyattii kana Islaamummatti geeddaruuf yaalan jechuun himate. Yakkawwan kun mootummaan Itiyoopiyaan damee amantii Islaamummaa ofiif fedhu dirqiitti hojii irra oolchuuf yaalii godhu kanneen morman ukkaamsuuf jedha ibsi sun. Kanneen himatamanis uummata kumaan laka’amaniif imaammata mootummaa kana kanneen mormani.
komiishinni amantii US kan sadarkaa addunyaas durumaa qabanii damee amantii Suufii jedhamu kanneen hordofan musliimota Itiyoopiyaa ”Al Habaash” kan jedhu akka hordofan dirqisiisuudhaan walabummaan hojjetaa kan ture filannoo mana marii dhimmootii islaamummaa itiyoopiyaa hojii isaa fiixaan baasuuf itti garaarame jechuun himata. Angawonni Itiyoopiyaa seera walabummaa amantii kan sadarkaa addunyaa kan kabaju heera biyyatti akka kabajan angawoonni US bulchiinsa biyyattii haaraaf akka ibsan ibsi komishinichaa gaafatee jira. Dubbi himtuun ministrii haajaa alaa US victoria Nuland ibsa kaleessa kennan irratti akkuma beekamu haala mirga namaa Itiyoopiyaan keessaa ilaalchisuudhaan mul’inatti angawoota mootummaa Itiyoopiyaa waliin dubbataa ture. Mnistrittiin dantaa alaa Ameerikaas wayita Itiyoopiyaa daawwatanitti dhimma kana mul’inatti cimsanii dubbatanii turan. bulchiinsa isa haaraa
jalatte Itiyoopiyaan qabiyyee mirga namaa ishee gara sadarkaa addunyaatti ni fooyyessiti jennee amanna jedhan.
Dura teessuun komiishina amantii sadarkaa addunyaa US Katriinaa Leenoowit Itiyoopiyaan gaanfa afiirkaa keessaa bakka tarsiimo
qabeettii waan taateef uumati ishees sadii irraa harki tokko musliima waan ta’aniif mootummaan dhiittaa walamubbaa amantii dhaabuu qaba jedhan.

USCIRF Deeply Concerned by Emerging Religious Freedom Violations in Ethiopia


USCIRF Deeply Concerned by Emerging Religious Freedom Violations in Ethiopia
FOR IMMEDIATE RELEASE
November 8, 2012| By USCIRF


The U.S. Commission on International Religious Freedom (USCIRF) is deeply concerned about the increasing deterioration of religious freedoms for Muslims in Ethiopia.  Since July 2011, the Ethiopian government has sought to force a change in the sect of Islam practiced nationwide and has punished clergy and laity who have resisted.  Muslims throughout Ethiopia have been arrested during peaceful protests: On October 29, the Ethiopia government charged 29 protestors with terrorism and attempting to establish an Islamic state.

“These charges are only the latest and most concerning attempt  by the Ethiopian government to crush opposition to its efforts to control the practice of religion by imposing on Ethiopian Muslims a specific interpretation of Islam,”  said USCIRF Commissioner Azizah al-Hibri.  “The individuals charged were among tens of thousands peacefully protesting the government’s violations of international standards and their constitutional right to religious freedom.  The Ethiopian government should cease interfering in the internal affairs of its Muslim community and immediately and unconditionally release those wrongfully imprisoned.”

Since July 2011, the Ethiopian government has sought to impose the al-Ahbash Islamic sect on the country’s Muslim community, a community that traditionally has practiced the Sufi form of Islam.   The government also has manipulated the election of the new leaders of the Ethiopia Islamic Affairs Supreme Council (EIASC).  Previously viewed as an independent body, EIASC is now viewed as a government-controlled institution.  The arrests, terrorism charges and takeover of EIASC signify a troubling escalation in the government’s attempts to control Ethiopia’s Muslim community and provide further evidence of a decline in religious freedom in Ethiopia.

“The U.S. government should raise with the new leadership in Addis Ababa the importance of abiding by Ethiopia’s own constitution and international standards on freedom of religion of belief.  USCIRF has found that repressing religious communities in the name of countering extremism leads to more extremism, greater instability, and possibly violence,” said USCIRF Chair Dr. Katrina Lantos Swett.  “Given Ethiopia’s strategic importance in the Horn of Africa and that Muslims account for more than one-third of all Ethiopians, it is vital that the Ethiopian government end its religious freedom abuses and allow Muslims to practice peacefully their faith as they see fit.  Otherwise, the government’s current policies and practices will lead to greater destabilization of an already volatile region.”

Background

Ethiopian Muslims traditionally are Sufis.  Article 27 of the Ethiopian constitution guarantees religious freedom and “the independence of the state from religion.” 

However, due to a concern about the rise of Wahhabism in Ethiopia, the government in July 2011 brought al-Ahbash imams from Lebanon to train Ethiopian imams and Islamic school educators on that sect’s beliefs to teach their students and worshippers.  The government dismissed from their positions those who refused to be trained in or teach al-Ahbash and closed mosques and schools.  Beginning in December 2011, protests have been held almost every Friday outside of mosques after prayers.  While these demonstrations have taken place nationwide, they are centered at the Awalia Mosque and Islamic school in Addis Ababa. 

As the protests continued, an Arbitration Committee of 17 Islamic leaders was created this past spring to negotiate with the government about: 1) respecting the Ethiopian constitution’s guarantees of religious freedom; 2) ending government imposition of al-Ahbash on Ethiopian Muslims, while allowing al-Ahbash to operate equally with other religious communities; 3) re-opening and returning schools and mosques to their original imams and administrators; and 4) holding new elections for the EIASC, and having these elections take place  in mosques, rather than in neighborhood government community centers, to ensure that the community’s selections would be honored.

By July, the negotiations had failed and the protests increased in both size and frequency.  In response, the Ethiopian government started to crack down on and intimidate the demonstrators, surrounding them with armed guards and conducting house-to-house searches.  Between July 13 and 21, the government arrested all 17 members of the Arbitration Committee and at least 70 protestors. (While the government has confirmed 70 people were arrested, demonstrators place the number in the hundreds).  Human rights organizations reported that the police used excessive force against individuals during the arrests and while in detention.  While many were released after being held for a short time, nine of the Arbitration Committee members remain in jail. 

The charges the government leveled on October 29 were the first issued against any of the arrested protestors, including the nine Arbitration Committee members who were not released with their colleagues in July.  The individuals charged were first detained and held in Maikelwai federal police detention center, which frequently houses political prisoners and is known for abusing prisoners, including torturing them during interrogations.  The individuals detained also were charged under the nation’s anti-terror law which has been used to target dissent, rather than to stop terrorism.

Protestors now hold up yellow or white placards to signal that they are peaceful and to condemn the arrests and charges.  While the demonstrations largely have been peaceful, there have been a few violent incidents:  On October 21, 2011 four Muslims were killed as they stormed a jail attempting to free protestors and in April 2012 five people were killed protesting the dismissal of an imam who refused to propagate al-Ahbash.

To interview a USCIRF Commissioner please contact Samantha Schnitzer at sschnitzer@uscirf.gov or (202) 786-0613.

Anawaar duwwatee ole jum'aa 9-11-2012

jum'aa 9-11-2012
Allaahu Akbar!!!!
Arra masjida anawaar irraa hafun balaalefannaan ajaa'ibaa godhamee ole. Masjidni anwaar jum'aa guyyaa arraa akkuma namaaf beelawetti ole. Adawwiin Islaamaa abdii haa muran, ummanni Islaamaa tokkummaan harka wal qabatee jira. 
Imaamni Masjida Anwaar Xaahaan Zuhrii guyyaa biroo namoota hin geenye salaachise. Maanguddoo fi musaafira tokko tokko.
mee footoo tana walibiratti laala torbaan dabre ummanni akka itti hedduu.
majlisa mootummaan filate balaaleefachuun itti fufa.
Allaahu Akbar 
Injifannoon tan Islaamaati!!!
anawaar arra

anawaar torbaan dabre 2-11-2012

anawaar torbaan dabre gama dhalaaatiin.

Wednesday, November 7, 2012

Government officials appointed to run Mejlis

Government officials appointed to run Mejlis
By Jawar Mohammed
The Ethiopian regime  has given up  any pretension and appointed government officials to run the Islamic Affairs Supreme Council  (Mejlis). Five of the eleven Mejlis leaders are active government officials, while the rest are  recycled from  the  old Mejlis leadership serving at various  levels.
The man appointed to lead the new Mejlis, Kiyar Mohammed Aman, is a long time member of the ruling party who worked at various posts  over the last two decades.  Kiyar was one of the party cadres sent abroad  following the mass resignation of career diplomats during the aftermath of the 2005 election. Since then he has been working as secretary of the Ethiopian embassy in Saudi Arabia. Although a layman until this past summer, he  is now  bestowed with a title of  ‘sheik’ and appointed as president of the Mejlis. Kiyar is the son of  the  famous  Qadi (sharia court judge) Haji  Aman Lode  of Asalla, therefore, the government hopes his father’s popularity would help it win over the population.
Similarly, Mohammed Adem Worsema , the person representing Somali region to the Mejlis,  is a cabinet member of the regional  government in Jijiga until he vacated the post to take up the new job. Nobody knew he has the title ‘hajj’ under his sleeve until he pulled it out and put it on for the new job. The representative of Harari  was an official of the federal ministry of foreign affairs until he was converted to take the role of spiritual leadership. The Benishangul Muslims are represented by the head of the Asosa zone health bureau.  The representative of Addis Ababa  was serving “in high ranking position with the government” until he was transferred to his current post.  And from Gambella came an employee of the federal government working within  the Statistics Agency.
The person representing Dire Dawa,  Abduleziz Ali, was chairman of the city’s Ulama Council, which was a body established last spring  to organize the election of this Mejlis. That means Sheik Abduleziz must have presided over an election committee  that ended up electing him.
Among the former Mejlis leaders recycled is found Khedir Mahmud Aman who is representing Tigray region. Khedir was one of the soldiers that fought to bring the current regime to power. When the rebel army was partially demobilized in mid-1990s, some soldiers were given seed funding to start  business, some were converted to bureaucrats, while others, such as Khedir were  given special assignments aimed at helping their party control the country. Comrade Kheder was converted to Sheik Kheder, and then appointed as president of the Tigray region  Mejlis and  Sharia court simultaneously, although the institutions were supposed to be the executive and judicial branches, as such ought  to be separate.
He was one of the individuals who helped the regime  take over the Mejlis following the 1995 riots in Anwar that was used as pretext  to put the organization under its control. An active and influential member of the TPLF, Khedir’s  power extended beyond Mekele. He played a key role in enabling  the regime maintain its grip over the federal Mejlis over the last decade. He was also said to have traveled  to Lebanon with Shiferaw Teklemariam, Minister of Federal Affairs, to negotiate terms with al Habash  before they were invited to start the controversial re-indoctrination campaign.  His role was seen so crucial that, when the current protest broke out, Khedir  was formally brought to Addis Ababa to reinforce the troubled Mejlis as senior adviser. Now he is appointed vice-president of the new Mejlis where he will be the defacto leader like his predecessors. Kedir  will team up with  Jamal Mohammed Salah, another TPLF member,  who is in charge  of  the ‘ permanent office’ of the Mejlis that runs the day-to-day activities of the organization.
This drama of the Mejlis appointment was completed with a bizarre ritual whereby the appointee took oath of office  by swearing to govern the Muslim faithful according to  the rules of ‘Ahlal Sunnah Waljama-Sufi” which is a name for al Al Habash’s  branch in Ethiopia that was formally established this past spring.  Basically while the public is demanding for reforming the existing Mejlis by allowing them to freely elect their leaders, the regime responded by appointing government officials to run the institution, and according to a religious   doctrine it imported from abroad. Put another way, Mejlis openly become another branch of the government, while Al Habash is declared the state sanctioned doctrine that Muslims must follow.

Sunday, November 4, 2012

Dhaamsa Shahiidootaa Muslimoota hundaaf


Dhaamsa Shahiidootaa Muslimoota hundaaf
Urjii Ahmad
Yaa ummata Islaamaa nuuf hin yaaddawinaa
Nuti bar gammanne argannee jannata
Shahiidee tahuun bar hedduu kabajamaa
Shimbirroon jannata lubbuun teenyaan cahaa
Masnoo jannatarra ganamaa galgalaa
Maaliif nuuf Rakkattan nuti milkooynerraa
Silaa nu argitan haala keenya kanaa
Tokkoon namaan obsuu Shahiiidee tahurraa
Nutuu ni hawwina ammas shahidummaa
Silaa Ni hawwiina lubbuun jiraachuudhaa
Marraa hedduu duunee ammas shahiidummaa
Galata arganneen hedduu gammadnerraa
Nuti nuuf gammadaa ifumaaf Rakkadhaa

Dilli teenya hunda Rabbiin bar nuuf dhiisee
Dhaphii dhiiga keenyaa kan dura dhaph jedheen
Azaaba qabriitis Rabbiin nu baraaree
Jannata keessatti bakka teenya garree
Laalaa qawweedhaatis Rabbiin nuf laaffisee
Akkuma qoreeti bar human laallannee
Silaa osoo gartan galata argannee
Isiiniin bari’u namuu shahiidoomee

Yaa haadhatoo atis gammadi yaa harmee
Ani Ilmi kankee Jannata siif seenee
Humaa hin rakkatiin anaaf jattee boochee
Silaa akka Rabbiin fedhee lubbuu na deebise
Lammaffaan shahiidaa yaa harmee naat argee
Kan takka shahiiduuf akkatti milkaawe
Osoon ammas ka’ee ammas ajjeefame
Karaa Rabbii keessatti ni jaaladha Harmee.

Yaa dargaggoo islaamaa Nu dhaqabaa dafaa
Amantii Rabbiitiif du’uun sodaatinaa
Shahiidummaaf dafaa namuu wal dorgomaa
Nuti arganneerraa dafaa nu dhaqabaa
Ganaa Osoon duune Jannata agaree
Bakka itti galluu tan shakkii hin qabnee


Wednesday, October 31, 2012

Yakka dharaa kan mootummaan koree Islaamaarratti bane

ይህ አሳፋሪ መንግስት አሚሮቻችንና ዳኢዮቻችንን ምን ብሎ እንደከሰሰ ይመልከቱ በ1996 ዓ.ም የወጣውን የኢ.ፌ.ዲ.ሪ የወንጀል ሕግ አንቀፅ 32(1)(ሀ)(ለ)፣ 38(1) እና የፀረ ሽብርተኝነት አዋጅ ቁጠር 652/2001 አንቀፅ 3(1)(4)(6) እና 4 ስር የተመለከተውን በመተላለፍ።

የወንጀሉ ዝርዝር

ተከሳሾች በዋና ወንጀል አድራጊነት ተካፋይ በመሆን እና የወንጀል አድማ ስምምነት በማድረግ በመላ ሀሳባቸው እና አድራጎታቸው የወንጀል ድርጊቱን እና ወንጀሉ የሚሰጠውን ውጤት ሙሉ በሙሉ በመቀበል እና የራሳቸው በማድረግ በኢ.ፌ.ዲ.ሪ ሕገመንግስት ከተረጋገጠው የእምነት ነፃነት በመቃረን ከራሳቸው አክራሪ አስተሳሰብና አስተምሮት ውጪ በሀገሪቱ (ኢትዮጵያ) ውስጥ ሌላ እምነት እና አስተሳሰብ እና አስተምህሮት መኖር የለበትም የሚል ሃይማኖታዊ አላማ እና በሀገሪቱ ሃይማኖታዊ መንግስት ማቋቋም /መመስረት/ የሚል የፖለቲካዊ ግብ በማስቀመጥ፤ ቀኑና ወሩ በውል ተለይቶ ካልታወቀበት ከ2001 ዓ.ም ጀምሮ የሀይማኖት አስተማሪዎች ቡድን በማለት በህቡዕ ባቋቋሙት ቡድን የረጅም፣ የመካከለኛ እና የአጭር ጊዜ እቅድ በማውጣት እና እስትራቴጂዎችን በመንደፍ፤

በተለይም የተለያዩ መንግስታዊ ያልሆኑ ድርጅቶችን በማቋቋም እና በነዚሁ ድርጅቶች አማካኝነት የሽብር አላማቸውን ለማስፈፀም አክራሪነትን በማስፋፋት፤ ከፍተኛ መጠን ያለውን ገንዘብ ከተለያዩ የሀገር ውስጥና የውጪ ሀገር ምንጮች በማሰባሰብና በማሰራጨት፤ ከመጅሊሱ እውቅና ውጪ አክራሪነትን ለማስፋፋት የሚረዱ ተቋማትን በማቋቋም፤ ይህንኑ አክራሪነት የሚሰብኩ መገናኛ ብዙሃንን በመመስረትና በመጠቀም፤ በሃይማኖታዊ ፅንፈኝነትና በአክራሪነት ዙሪያ በውጭ ሀገር ስልጠና በመውሰድና የተፃፉ መፅሐፍቶተን ከተለያዩ ሀገራት በማስመጣትና መፅሐፍቶቹ ላይ ሃይማኖታዊ መንግስት ለመመስረት ስለሚቻልበት ሁኔታ ውይይት በማድረግ የዝግጅት እንቅስቃሴ ሲያደርጉ ከቆዩ በኋላ በታህሳስ ወር 2004 ዓ.ም በኮልፌ ቀራንዮ ክ/ከተማ ክልል ውስጥ በሚገኘው በአወሊያ ኮሌጅ የኮሌጁ ተማሪዎች ካነሱት አስተዳዳራዊ ጥያቄ ጋር ተያይዞ የተነሳውን አለመግባባት የሽብር አላማቸውን ለማስፈፀም እንደመልካም አጋጣሚ በመቁጠር የተማሪዎቹን ጥያቄ ለሚመለከተው አካል በማቅረብ መፍትሄ የሚያፈላልግ ኮሚቴ በሚል የሽብር ቡድኑን ዓላማ የሚያስፈጽም ኮሚቴ እርስ በርስ በመመራረጥ አቋቁመው ወደ አወሊያ በመሄድ፣ በህዝብ የተመረጡ ለማስመሰል አስቀድመው ባቀዱት መሠረት የተማሪውን ጥያቄ ሃይማኖታዊ አስተማሪዎች ሊመሩት ይገባል በማለት መድረኩን በመቆጣጠር ባካሄዱት ምርጫ ሕዝቡ ከመረጣቸው 20 ተወካዮች 14ቱን በተለያየ ምክንያት በማስወጣት ከሽበር ቡድኑ ጋር ተመሳሳይ ሀሳብ የሚያራምዱ 11 ሰዎችን በመጨመር “የሙስሊሙ ኅብረተሰብ መፍትሄ አፈላላጊ ኮሚቴ” በማለት ሰይመው በሕዝቡ የተወከሉ ለማስመሰልና ሕጋዊ ሽፋን ለመስጠት ፊርማ በማሰባሰብ፤ የተማሪዎቹን ጥያቄ ለሽብር አላማቸው በሚመች መንገድ በመቀልበስ ሂደቱን በመቆጣጠርና በመምራት፤ የሽበር አላማቸውን ለማስፈፀም ከጥር 5 ቀን 2004 ጀምሮ በየሳምንቱ አርብ ለፀሎት በአወሊያ መስጊድ ለሚሰበሰበው ሕዝብ፣ የሽብር አላማቸውን ለማራመድ በአዲስ አበባ እና በክልሎች ባዘጋጁት የሰደቃ እና የአንድነት ዝግጅቶች በማለት ለሚጠሩት ሕዝብ፣ በማኅበራዊ ድህረ ገጾች፣ ለዚሁ ተግባር በተቋቋሙት የተለያዩ ሃይማኖታዊ መገናኛ ብዙሃኖች፣ በመፃህፍት፣ በበራሪ ጽሁፎችና ዘጋቢ ፊልሞች አማካኝነት የሙስሊሙ ማኅበረሰብ የእምነት ነፃነቱ ያልተከበረ ሃይማኖታዊ ነፃነቱን የተነፈገ እንደሆነ መንግሰት እንደ ቀድሞ ሥርዓቶች እስልምናን በተቀነባበረ መንገድ እያጠቃና እየጨቆነ እንደሆነ፣ ሃይማኖቱን በግድ እንዲቀይር እያደረገውና ሆነ ተብሎ በከፍተኛ ትምህርት እንዳይማር እየተደረገ እንደሆነ በማስመሰል ህዝበ ሙስሊሙ ጅሃድ በመውጣት ሃይማኖትህን ነፃ ልታወጣ ይገባል!!፤ ገዢው መንግስት አያስተዳድረንም! አክራሪ አስተምህሮት ውጭ የሚያስተምሩ ኢማሞችን መግደል ጅሃድ ነው! ሌላው አስተምህሮት ከኢትዮጵያ ተጠራርጎ እስካልወጣ ድረስ ትግላችን ይቀጥላል፣ እስከ ህይወት መስዋዕትነት ለመክፈል መዘጋጀት አለብን በማለት ሕዝቡን ለሸብር አላማቸው የቀሰቀሱና ያነሳሱ ሲሆን በተለይም፤

1ኛ ተከሳሽ አቡበከር አህመድ፡ ከላይ በተገለፀውና ለሸብር ዓላማ በህቡዕ በተደራጀው ቡድን አባልና ራሱን የሙስሊሙ መፍትሄ አፈላላጊ ብሎ በሚጠራው ሕገወጥ ኮሚቴ ሰብሳቢ በመሆን የካቲት 6 ቀን 2004 በኮ/ቀ/ክ/ከተማ ልዩ ቦታው አወሊያ መስጊድ ውስጥ ለሃይማኖት ስርዓት ለተሰበሰበው ሕዝብ ቢላል የሞተው ለሃይማኖቱ ነው፣ ለሃይማኖታችን መስዋዕትነት መክፈል አለብን፣ መጅሊስ የሚያካሂደውን ስብሰባ እና ሌሎች ዝግጅቶች በረብሻ ማቋረጥ አለብን፣ ሌሎች ከእኛ አስተሳሰብ ውጪ ያሉ አስተምህሮቶች ተጠራርገው እስካልወጡ ድረስ ትግሉ ይቀጥላል ማለታቸውን፤

ቀኑ በውል ባልታወቀ በየካቲት ወር 2004 ዓ.ም ከላይ በተገለፀው ቦታና ተመሳሳይ ሰዓት መስጊድ ውስጥ ለተሰበሰበው ህዝብ መንግስት በሃይማኖታችን ጣልቃ እየገባ በመሆኑ አንፈራም ጅሃድ አውጀናል፤

ሰኔ 17 ቀን 2004 ዓ.ም በኮ/ቀ/ክ/ከተማ ልዩ ቦታው ሀምዛ መስጊድ በተዘጋጀ የሰደቃና አንድነት ፕሮግራም ላይ ለተሰበሰበው ሕዝብ ለሃይማኖት መሞት ፀጋ ነው መንግስት ሌላ አስተምህሮት ስላመጣብን ለጅሀድ መዘጋጀት አለብን፤

ሐምሌ 8 ቀን 2004 ዓ.ም በታላቁ አንዋር መስጊድ ውስጥ ለተሰበሰበው ህዝብ ተደበደብን፣ ተገረፍን የሚመጣብንን እንከላከላለን ካልሆነ ግን ህዝባችንን ይዘን ጅሀድ እንወጣለን ሃይማኖታዊ መንግስት እንመሠርታለን በማለት የተሰበሰበውን ህዝብ የሽብር ድርጊት እንዲፈጽም በማነሳሳትና በመቀስቀስ፤

2ኛ ተከሳሽ አህመዲን ጀበለ፡ ከላይ በተገለፀው በህቡዕ በተደራጀው ቡድን አባልና ራሱን የሙስሊሙ መፍትሄ አፈላላጊ በማለት በሚጠራው ሕገወጥ ኮሚቴ የህዝብ ግንኙነት ተጠሪ በመሆን፤

በመጋቢት ወር 2004 ዓ.ም በኮ/ቀ/ክ/ከተማ ልዩ ቦታው ሀምዛ መስጊድ ለተሰበሰበው ሕዝብ እኛ ሙስሊሞች ሃይማኖታችንን አሳልፈን አንሰጥም፣ ለሃየማኖታችን መስዋዕትነት መክፈል ጅሃድ ነው ብንሞትም ገነት ነው የምንገባው እስልምና ሠላም ስለሆነ ነው እንጂ ዝም ያልናቸውን ሙስሊሙ 80 በመቶ ስለሆነ በአንድ ድምፅ ነው የምናጠፋቸው፤

ቀኑ እና ወሩ በውል ተለይቶ ባልታወቀበት በ2004 ዓ.ም በኮ/ቀ/ክ/ከተማ ልዩ ቦታው በአወሊያ መስጊድ አዲስ መጅሊስ እንመርጣለን ይህንን መንግስት ካልተቀበለው እስከ ህይወት መስዋዕትነት እንከፍላለን። አባቶቻችን መስዋዕትነት ከፍለው ያቆዩልን ስለሆነ ይህንን መንግስት አውርደን ሃይማኖታዊ መንግስት ማቋቋም አለብን በማለት፤

ሐምሌ 7 ቀን 2004 ዓ.ም በኮ/ቀ/ክ/ከተማ ወረዳ 3 ክልል በሚገኘው ሀምዛ መስጊድ ለተሰበሰበው ህዝብ ተጋግዘን ሌሎች አስተምህሮቶችን ማጥፋት አለብን ለእምነታችሁ ስትሉ መሞት አለባችሁ ወደኋላ ማለት የለባችሁም በማለት የሽብር ድርጊት እንዲፈፅሙ በማነሳሳትና በመቀስቀስ፤

3ኛ ተከሳሽ ያሲን ኑሩ፡ ከላይ በተገለፀው በህቡዕ በተደራጀው ቡድንና ራሱን የሙስሊሙ መፍትሄ አፈላላጊ ብሎ በሚጠራው ሕገወጥ ኮሚቴ አባል በመሆን፤

በመጋቢት ወር 2004 ዓ.ም በአወሊያ መስጊድ ውስጥ ለተሰበሰበው ህዝብ መንግስት በሃይማኖታችን ጣልቃ ስለገባ ጅሀድ አውጀናል፣ የህይወት መስዋዕትነት እንከፍላለን፣ እስልምናን ለማጥፋት ለሚመጣ አካል አንድ ሆነን እንመልሰው፤ እኛ አንድ ነን መንግስት ሊከፋፍለን ስላሰበ ሁሉም ሙስሊም ለጅሀድ መዘጋጀት አለበት፤

በሰኔ ወር 2004 ዓ.ም በተመሳሳይ ቦታ የሌላ አስተምህሮት ኢማም የሚያስተመራችሁን አስተምህሮ እንዳትቀበሉ እሱ እምነቱን ክዷል ብትገድሉትም ጅሀድ ነው በማለት

ሐምሌ 7 ቀን 2004 ዓ.ም በታላቁ አንዋር መስጊድ ለተሰበሰበው ህዝብ መንግስት በሃይማኖታችን ጣልቃ ስለገባ ሙስሊም ሆይ በጋራ ልትነሳ እና ልትወጣ ይገባል፤ የሌሎች አይደግፉንም የሚላቸውን አስተምህሮቶችን በስም እየጠራ እንኳን ደስ አላችሁ ሙስሊም ወንድሞቻችሁ እና እህቶቻችሁ ተገደሉላችሁ፤

በሐምሌ 08 ቀን 2004 ዓ.ም ከላይ በተጠቀሰው ተመሳሳይ ቦታ ለተሰበሰበው ሕዝብ መንግስት አያስተዳድረንም አይመራንም፤ ሃይማኖታዊ መንግስት እንመሰርታለን፤ አክራሪ ያልሆነ አስተምህሮ አንቀበልም እስከመጨረሻው በኃይልና በጉልበት የሚጠበቅብንን እንወጣለን ፖሊስ ሙስሊሞችን ገድሏል እናንተ ምን ትጠብቃላችሁ በማለት የተሰበሰበውን ህዝብ የሽበር ድርጊት እንዲፈጽም በማነሳሳትና በመቀስቀስ፤

4ኛ ተከሳሽ ካሚል ሸምሱ፡ ከላይ በተገለፀው በህቡዕ በተደራጀው የኡሰታዞች /የዳኢወች ቡድን አባልና ራሱን የሙስሊሙ ኅብረተሰብ መፍትሄ አፈላላጊ ብሎ በሚጠራው ሕገወጥ ኮሚቴ የሕግ ጉዳዮች ተጠሪ በመሆን፤

በመጋቢት ወር 2004 ዓ.ም በአወሊያ መሰጊድ ለተሰበሰበው ሕዝብ ለሃይማኖታችሁ መስዋዕትነት ክፈሉ መንግስት ሊከፋፍለን ስለሞከረ ለጅሃድ መዘጋጀት አለብን፤

ሐምሌ 8 ቀን 2004 ዓ.ም በታላቁ አንዋር መስጊድ ውስጥ ለተሰበሰበው ህዘበ መንግስት በሃይማኖታችን ጣልቃ እየገባብን ነው፤ ሙስሊሙ ኅብረተሰብ ከ65 በመቶ በላይ ስለሆነ ሃይማኖታዊ መንግሰት እናቋቁማለን /እንመሠርታለን/፤ ፖሊስ ሙስሊሞችን ገድሏል ስለዚህ ምን ትጠብቃላችሁ በማለት የተሰበሰበውን ህዘብ የሽብር ድርጊት እንዲፈጽም በማነሳሳትና በመቀስቀስ፤

5ኛ ተከሳሽ በድሩ ሁሴን፡ ከላይ በተገለፀው በህቡዕ በተደራጀው የኡስታዞች /የዳኢዎች ቡድን አባልና ራሱን የሙስሊሙ መፍትሄ አፈላላጊ ብሎ በሚጠራው ሕገወጥ ቡድን ተባባሪ በመሆን የቡድኑን የሽብር ዓላማ በመቀበል ይህንኑ ለማስፈፀም

ሐምሌ 7 እና 8 2004 ዓ.ም በታላቁ አንዋር መስጊድ ውስጥ ለተሰበሰበው ህዝብ ከእኛ ከአክራሪዎች ውጪ ያላችሁ ሰው ሞተላችሁ ፖሊስ በአወሊያ ሙስሊሙን ገድሏል እናንተ ምን ትጠብቃላችሁ እኛ ብንታሰር እናንተ ወደቤታችሁ መግባት የለባችሁም በማለት የተሰበሰበውን ህዝብ የሽብር ድርጊት እንዲፈጽም በማነሳሳትና በመቀስቀስ፤

6ኛ ተከሳሽ ሼህ መከተ ሙሄ፡ ራሱን የሙስሊሙ ኅብረተሰብ መፍትሄ አፈላላጊ ኮሚቴ ብሎ በሚጠራው ሕገወጥ ኮሚቴ አባል በመሆን፤

ሚያዚያ 11 ቀን 2004 ዓ.ም ከቀኑ በግምት 6፡00 ሰዓት ሲሆን በአወሊያ መስጊድ ውስጥ ለተሰበሰበው ህዝብ ከእኛ ሌላ ሌሎች አስተምህሮቶች ማስተማር ካላቆሙ እስከመጨረሻው ትግላችንን አናቋርጥም፤

ቀኑ እና ወሩ በውል ተለይቶ ባልታወቀበት በ2004 ዓ.ም በተመሳሳይ ቦታ ለተሰበሰበው ህዝብ መንግስት ከኢትዮጵያ የእስልምና ጉዳዮች ምክር ቤት /መጅሊስ/ ጋር በመሆን ከውጪ መንግስታት በተመደበ 60‚000‚000 (ስልሳ ሚሊዮን) ዶላር ሌላ አስተምህሮትን ለማስፋፋት እየሰራ ነው፣ ለሃይማኖታችን አንገታችንን እንሰጣለን፣ በዩኒቨርስቲዎች ሰላት መስገድ ተከለከለ፣ መንግሰት ሃየማኖታችንን መርገጥ ጀመረ፣ በማለት የተሰበሰበውን ህዝብ የሽብር ድርጊት እንዲፈጽም በማነሳሳትና በመቀስቀስ፤

7ኛ ተከሳሽ ሳቢር ይርጉ፡ የኮሚቴው ተባባሪ እና አጋዥ በመሆን የቡድኑን የሽብር ዓላማ በመቀበል ይህንኑ ለማስፈፀም፤

በመጋቢት ወር 2004 ዓ.ም በአወሊያ መስጊድ ውሰጥ ለተሰበሰበው ህዝብ ትግላችን እስከሞት ይቀጥላል መስዋዕትነት እንከፍላለን፤

በየካቲት ወር 2004 ዓ.ም በአወሊያ መስጊድ ለተሰበሰበው ህዝብ፤ መንግስት እና መጅሊስ ከአክራሪ አስተሳሰብ ሌላ ከውጪ መንግስታት 60‚000‚000 ዶላር በመቀበል እየሰሩ ነው ለሃይማኖታችን አንገታችንን እንሰጣለን፤

በሐምሌ 8 ቀን 2004 ዓ.ም በታላቁ አንዋር መስጊድ ለተሰበሰበው ህዝብ ፖሊስ በአወሊያ መስጊድ ሙስሊሞችን ገድሏል እናንተ ምን ትጠብቃላችሁ በማለት የተሰበሰበው ህዝብ የሽብር ድርጊት እንዲፈጽም በማነሳሳትና በመቀስቀስ፤

8ኛ ተከሳሽ መሐመድ አባተ፡ ራሱን የሙስሊሙ ማኅበረሰብ መፍትሄ አፈላላጊ ብሎ በሚጠራው ኮሚቴ የቅርብ ረዳት እና ተባባሪ በመሆን የቡድኑን የሽብር ዓላማ በመቀበል ይህንኑ ለማስፈፀም፤

ሰኔ 21 ቀን 2004 ዓ.ም ከምሽቱ 4፡30 ሰዓት ልዩ ቦታው ፈቲህ መስጊድ ውስጥ ለተሰበሰበው ህዝብ መጅሊስ እና መንግስት ሃይማኖታችንን እየከፋፈለብን ነው፤

በሐምሌ 07 ቀን 2004 ዓ.ም በታላቁ አንዋር መሰጊድ ውስጥ ለተሰበሰበው ህዝብ ፖሊስ በ6/11/2004 ዓ.ም በአወሊያ መስጊድ ውስጥ ሙሰሊሞችን ገድሏል ለተገደሉት ፀሎትና ሰላት እናድርግ በማለት በሀሰት ህዝቡን ለሽብር ድርጊት በማነሳሳት እና የተለያዩ መድረኮችን በመምራት በመንቀሳቀሱ፤

9ኛ፣ 10ኛ፣ 11ኛ፣ 12ኛ፣ 13ኛ እና 14ኛ ተከሳሾች ከ2001 ዓ.ም ጀምሮ ከላይ በተገለፀው በህቡዕ በተደራጀው የኡስታዞች /የዳኢዎች ቡድን አባልና እራሱን የሙስሊሙ ማኅበረሰብ መፍትሄ አፈላላጊ ብሎ በሚጠራው ኮሚቴ ፀሐፊ፣ የቅርብ ረዳት፣ ተባባሪና የሽበር ቡድኑን ጽሁፎች አዘጋጅ በመሆን፤

9ኛ ተከሳሽ አህመድ ሙስጠፋ፡ ከ2001 ዓ.ም ጀምሮ በህቡዕ በተደራጀው ቡድን አባል በመሆን ይህንን የቡድኑን ዓላማ ለማስፈፀም የሚያስችለውን ስልጠና ውጪ ሀገር በመሄድ ስልጠና በመውሰድ ከተመለሰ በኋላ፤ ይህንኑ ስልጠና ለቡድኑ አባላት በመስጠት ለዓላማው አፈፃፀም ስትራቴጂ በማውጣት ሲንቀሳቀስ ከቆየ በኋላ “የሙስሊሙ ኅብረተሰብ መፍትሄ አፈላላጊ” በማለት ራሱን የሰየመው ኮሚቴ ፀሐፊ በመሆን በተለያዩ የሰደቃ ፕሮግራሞች ላይ በመሳተፍና በመንቀሳቀስ፤

10ኛ ተከሳሽ ሙራድ ሽኩር፡ ከ2001 ዓ.ም ጀምሮ በህቡዕ በተደራጀው ቡድን አባል በመሆን ይህንን የቡድኑን ዓላማ ለማስፈፀም በሚቻልባቸው ስትራቴጂዎች ላይ በመወያየት እና ውሳኔዎችን በማሳለፍ ሲንቀሳቀስ ቆይቶ የሽብር ቡድኑ በኮሚቴ ስም ከተደራጀ በኋላ የቡድኑን የሽብር ዓላማ በመቀበል ይህንኑ ለማስፈፀም፤

ከሐምሌ 11 ቀን 2004 ዓ.ም ጀምሮ በሕግ አግባብ በፖሊስ የተያዙትን የቡድኑን አባላት ሕገወጥ በሆነ መንገድ ለማስፈታት በውጭና በሀገር ውስጥ ከሚኖሩ የቡድኑ አባላት ብር 80‚000 በማሰባሰብ፣ በራሪ ወረቀቶችን በማባዛት የሽበር ቡድኑን ዓላማ ለማስፈፀም በመንቀሳቀስ

11ኛ ተከሳሽ አቡበከር ዓለሙ፡ ከ2001 ዓ.ም ጀምሮ በህቡዕ በተደራጀው ቡድን አባል በመሆን ይህንን የቡድኑን ዓላማ ለማስፈፀም በሚቻልባቸው ስትራቴጂዎች ላይ በመወያየት እና ውሳኔዎችን በማሳለፍ ሲንቀሳቀስ ከቆየ በኋላ የቡድኑን የሽብር ዓላማ በመቀበል ይህንኑ ለማስፈፀም

ሐምሌ 7 ቀን 2004 ዓ.ም በታላቁ አንዋር መስጊድ ግቢ ውስጥ ለተሰበሰበው ህዝብ መንግስት አወሊያ መስጊድ ውስጥ በተሰበሰበው ህዝብ ላይ የሃይል እርምጃዎችን በመውሰድ ሰዎች ላይ ጉዳት አድርሷል በማለት የተሰበሰበው ህዝብ የሽብር ድርጊት እንዲፈፅም በማነሳሳትና በመቀስቀስና የሽብር ቡድኑ ከሚያራምዳቸው ዓላማዎች ጋር ተያያዥት ያላቸው ፅሁፎች በማዘጋጀት፡-

12ኛ ተከሳሽ ኑር ቱርኪ፡ ከ2001 ዓ.ም ጀምሮ በህቡዕ በተደራጀው ቡድን አባል በመሆን ይህንን የቡድኑን ዓላማ ለማስፈፀም በሚቻልባቸው ስትራቴጂዎች ላይ በመወያየት እና ውሳኔዎችን በማሳለፍ ሲንቀሳቀስ ከቆየ በኋላ

በሐምሌ 1 ቀን 2004 ዓ.ም በአራዳ ክ/ከተማ ልዩ ቦታው ቤኒን መስጊድ ውስጥ ለተሰበሰበው ህዝብ ከአክራሪዎች ውጪ ያሉ አስተሳሰቦችን እንቃወማለን፣ መንግስት ከውጪ መንግስታት ገንዘብ ተቀብሎ ነው ወደ ኢትዮጵያ ያስገባው፣ አክራሪነት ውጪ ማስተማር ካላቆመትግላችን ይቀጥላል በማለት የተሰበሰበውን ህዝብ የሽብር ድርጊት እንዲፈፅም በማነሳሳትና በመቀስቀስ፡

13ኛ ተከሳሽ ሼህ ባህሩ ዑመር፡ ከ2001 ዓ.ም ጀምሮ በህቡዕ በተደራጀው ቡድን አባል በመሆን ይህንን የቡድኑን ዓላማ ለማስፈፀም በሚቻልባቸው ስትራቴጂዎች ላይ በመወያየት እና ውሳኔዎችን በማሳፍ ሲንቀሳቀስ ከቆየ በኋላ፣

የካቲት 2 ቀን 2004 ዓ.ም በኮ/ቀ/ክ/ከተማ ልዩ ቦታው አወሊያ መስጊድ ለጸሎት ለተሰበሰበው ህዝብ መከራ ቢመጣም ወደ ኋላ መመለስ የለብንም፣ ብንመታም ሆን ብንታሰር ወደ ኋላ መመለስ የለባችሁም እስከ ህይወት መስዋዕትነት መክፈል አለብን በማለት የሰበሰበውን ህዝብ የሽብር ድርጊት እንዲፈፅም በማነሳሳትና በመቀስቀስ፣

14ኛ ሐሰን አሊ፡ ከ2001 ዓ.ም ጀምሮ በህቡዕ በተደራጀው ቡድን አባል በመሆን ስሀይማኖታዊመንግስት ምስረታ በተደረገ ውይይት በመሳተፍ እና ይህንን ዓላማ ለማስፈፀም የሚያስችል በ1ኛ እና 4ኛ ተከሳሾች አማካኝነት ስልጠና በመውሰድና በቤቱም ተመሳሳይ ስልጠና እንዲሰጥ በማመቻቸት ሲንቀሳቀስ ከቆየ በኋላ የቡድኑን የሽብር ዓላማ በመቀበል ይህንኑ ለማስፈፀም ከታህሳስ ወር 2004 ጀምሮ ቡድኑ የጀመረውን ህዝበ ሙስሊሙን ለሽብር ዓላማው የማነሳሳት እንቅስቃሴ ከጀመረ በኋላ ለኮሚቴው እንቅስቃሴ የሚረዱ በራሪ ወረቀቶችን እና መፃህፍትን በማሳተም እንዲሁም የሰደቃ ፕሮግራሞችን በማዘጋጀት የተሰበሰበውን ህዝብ የሽብር ድርጊት እንዲፈፅም በማነሳሳትና በመቀስቀስ

15ኛ ሙኒር ሁሴን፡ “የሙስሉሙ ህብረተሰብ መፍትሔ አፈላላጊ” በማለት ራሱን የሚጠራው ህገ ወጥ ኮሚቴ የቅርብ አጋዥና ተባባሪ በመሆን የቡድኑን የሽብር አላማ በመቀበል ይህንኑ ለማስፈፀም፡-

ከጥር ወር 2004 ጀምሮ እስከተያዘበት ጊዜ ድረስ በኮ/ቀ/ክ/ከተማ ልዩ ቦታው አወሊያ መስጊድ ዘወትር አርብ በመገኘት “አዎ አሸበሪ ነኝ” “ቢባል የሞተው ለእምነቱ ነው” የሚል ርእስና ይዘት ያላቸው አመፅ ቀስቃሽ ግጥሞች በማቅረብ እንዲሁም ይህ ቡድን ህዝቡን ለአመፅ ለመቀስቀስ ከሚጠቀምበት ስትራቴጂ መካከል ዋነኛው በሆነው በአንድነትና ሰደቃ ፕሮግራሞች ላይ በመገኘት በተለይም መጋቢት ወር 2004 ዓ.ም አየር ጤና በሚገኘው አንሳር መስጊድ፣ በሚያዚያ ወር 2004 ዓ.ም በሸጎሌ አካባቢ በሚገኘው ሰለፊ ሳላህ መስጊድ፣ በግንቦት ወር 2004 ዓ.ም በካራ ቆሬ አካባቢ በሚገኝ መስጊድ ውስጥ በተዘጋጀ ሰደቃ ላይ የተሰበሰበውን ህዝብ የሽብር ድርጊት እንዲፈፅም በማነሳሳትና በመቀስቀስ፤

16ኛ ተከሳሽ ሼህ ሰዒድ አሊ፡ ራሱን “የሙስሊሙ ህብረተሰብ መፍትሔ አፈላላጊ ኮሚቴ” በማለት የሚጠራው የሽብር ኮሚቴ አጋዥና ተባባሪ በመሆን የቡድኑን የሽብር አላማ በመቀበል ይህንኑ ለማስፈፀም፡-

በሐምሌ 6 ቀን 2004 ዓ.ም ከምሽቱ 4 ሰዓት ሲሆን በቂርቆስ ክ/ከተማ ልዩ ቦታው ቄራ መስጊድ ሰዎችን ሰብስቦ ወደ መስጊድ ውስጥ ይዞ በመግባት እረብሻ በማስነሳት፣ በፖሊስ ላይ ድንጋይ በመወርወር ረብሻውን የመራ በመሆኑ እንዲሁም ከላይ በተጠቀሰው ጊዜና ቦታ በጁምአ ስግደት በኋላ በ6/11/2004 በአወሊያ እንዲገኙ ጥሪ በማቅረብ፡-

17ኛ ተከሳሽ ሼህ ኡስማን ሀጂ አማን፡ ራሱን “የሙስሊሙ ህብረተሰብ መፍትሄ አፈላላጊ ኮሚቴ” በማለት የሚጠራው የሽብር ኮሚቴ አባል በመሆን እና ይህንኑ ለማስፈፀም በማሰብ፡-

ቀኑና ወሩ በውል ተለይቶ ባልታወቀበት በ2004 ዓ.ም ለኮሚቴው ሰብሳቢ ለሆነው ለ1ኛ ተከሳሽ ብር 200.00 (ሁለት መቶ ሺ) በመስጠት በመንቀሳቀስ

18ኛ ተከሳሽ የሱፍ ጌታቸው፡ “የሙስሊሙ ህብረተሰብ መፍትሄ አፈላላጊ ኮሚቴ” በማለት የቅርብ አጋዥና ተባባሪ በመሆን እና ይህንኑ ለማስፈፀም ቀንና ወሩ በውል ተለይቶ ባልታወቀበት ከ2001 ዓ.ም ጀምሮ ቡድኑ ዓላማውን ለማስፈፀም ካስቀመጣቸው ስትራቴጂዎች አንዱ የሆነውን አክራሪ እስላማዊ የመገናኛ ብዙሃን በማቋቋም አላማውን የማራመድና የማሰራጨት ሃላፊነት ወስዶ አመጽ ቀስቃሽ የሆኑና የተዛቡ ዘገባዎችን እና ጽሁፎችን በማውጣት ሕዝቡን ለሽብር አላማው በመቀስቀስ፣

19ኛ ተከሳሽ ጀማል ያሲን፡ ራሱን የሙስሊሙ ማህበረሰብ መፍትሔ አፈላላጊ ኮሚቴ ብሎ በሚጠራው ህገ ወጥና አሸባሪ ቡድን የኮሚቴ አባል በመሆን የተንቀሳቀሰና ከጥር ወር 2004 ዓ.ም ጀምሮ በኮ/ቀ/ክ/ከተማ ልዩ ቦታው አወሊያ መስጊድ ውስጥ ለተሰበሰቡ ወጣቶች ለአመጽ እንዲነሱ ከአክራሪነት ውጪ ያለ አስተምሮ ስለመጣብን ለጅሐድ ተዘጋጁ፣ ንቁ በማለት በመቀስቀስ፣

20ኛ ተከሣሽ ሙባረክ አደም፡ የሽብር ቡድኑን የሽብር አጀንዳ እና ዓላማ በመቀበል እና ይህንኑ ለማስፈፀም፡-

ከጥር ወር 2004 ዓ.ም ጀምሮ በኮ/ቀ/ክ/ከተማ ልዩ ቦታው አወሊያ መስጊድ ውስጥ ለሚሰበሰበው ህዝብ መንግስት ከኛ ውጪ ያሉ አስተሳሰቦችን እየደገፈ ነው የሚል የሀሰት ንግግር በማድረግ ሙስሊሞች ሆይ መንቃት አለባችሁ በማለት የተፈጠረውን ረብሻ ለማረጋጋት የተላኩ የመጅሊስ አመራሮችን ማይክ በመቀማት መኪናቸው ላይ ጉዳት በማድረስ እንዲሁም ከሌሎች ግብረ አበሮቹ ጋር በመሆን አመፅ ቀስቃሽ ጽሁፎችን በመበተንና እረብሻውን በማስተባበር፣

21ኛ ተከሣሽ ሼህ ጣሂር አብዱልቃድር፡ የህዝብ ሙስሊሙ መፍትሔ አፈላላጊ ኮሚቴ ህገ ወጥና አሸባሪ ቡድን ኮሚቴ እና አባል በመሆን ይህ ቡድን በተለያዩ ጊዜያት የሚያደርጋቸውን ስብሰባዎች በቢሮ ውስጥ በማስተናገድ እና ለስብሰባው አስፈላጊውን ወጪ በመሸፈን እንዲሁም በ17/8/2008 ዓ.ም ለተለያዩ ግብረ አበሮቹ ስልክ በመደወል መንግስት መጅሊሱን በራሱ አምሳል መቅረፅ እንደሚፈልግና ሌሎች አስተምህሮቶች የተቆጣጠሯቸውን መስጊዶች ለማፍረስ ወኔ እንደሚያስፈልግና ሕዝቡ ግን ወኔ እንደሌለው በመግለፅ መልእክት በማስተላለፍ ፡-

በታህሳስ ወር 2004 ዓ.ም ከኦሮሚያ ክልል ባሌና ምዕራብ አርሲ ዞን የተለያዩ የእስልምና ሃይማኖት መሪዎችን በመጥራት በአከባቢያቸው ሌሎች አስተምህሮቶችን የማጥፋትና የማጥላላት ስራ እንዲሰሩ ትዕዛዝ በመስጠት፡-

22ኛ ተከሳሽ ካሊድ ኢብራሂም፡ የቡድኑን የሽብር ዓላማ በመቀበል ይህንኑ ለማስፈፀም በተለያዩ መስጊዶች በተለይም በኮ/ቀ/ከቀ/ከተማ ልዩ ቦታው አወሊያ መስጊድ ውስጥ ቀስቃሽ ጽሁፎችን የበተነ በመሆኑና ሐምሌ 6 ቀን 2004 ዓ.ም ከላይ በተገለፀው መስጊድ ውስጥ የሽብር ቡድኑ በ8/11/2004 ለማዘጋት አቅዶት በነበረው የሰደቃ ፕሮግራም ቅድመ ዝግጅት ሂደት ላይ የተሳተፈ በመሆኑ፡-

ከጥር 7 ቀን 2004 ዓ.ም እስከ ሐምሌ 18 ቀን 2004 ዓ.ም ድረስ ለጊዜው በስም ባልታወቁት ግብረአበሮቹ ስልክ በመደወል መልስ በኮሚቴያችን ብቻ ይሰጠን መጅሊስ የለም ከኛ ውጪ ሌላ አስተምህሮት የለም፤ የተናቀው ህዝብ ታሪክ ይሰራል፤ ከዚህ በኋላ አንከፋፈልም መጅሊስና የሌላ አስተሳሰብ የአይሁድ ስራ ወያላ ስለሆነ እናወግዛለን አመጽ ቀስቃሽ ወረቀቶችን ሲዲዎች አዘጋጁ፣ ከኛ ውጪ ያለ አስተምህሮት ተቃወሙ፣ ረብሻው መቀጠል እንዳበትና ለሐይማኖታችን ጠላት የሆኑ ሰዎችን ለይተው መግደል እንዳለባቸው እና ሌሎች አመጽ ቀስቃሽ መልእክቶችን በስልክ በማስተላለፍ፤

23ኛ ተከሳሽ አብዱረዛቅ አክመል፡ የተባው የኮሚቴውን የሽብር ዓላማ እና አጀንዳ በመቀበል ይህንኑ አጀንዳ ለማስፈጸም ከሐምሌ 14 እስከ 16 ቀን 2004 ዓ.ም ድረስ ለጊዜው ማንነቱ ባታወቀ ግብረ አበሩ ስልክ በመደወል የኦሮሞ ህዝብንና ክርስትያኖችን ለአመጽ /ሁከት/ ማነሳሳት አለብን በማለቱ የሽብር ቡድኑ አባላት ባስነሱት አመጽ ምክንያት የታሰሩ የረብሻ ተሳታፊዎች መፈታት አለባቸው በማለት መልእክት ማስተላለፍ፡

24ኛ ተከሳሽ ሀሰን አቢ፡ የኮሚቴውን የሽብር አላማ እና አጀንዳ በመቀበል ይህንኑ አጀንዳ ለማስፈፀም በኮ/ቀ/ክ/ከተማ ልዩ ቦታው አወሊያ መስጊድ ለተሰበሰበውህዝብ ቀስቃሽ ይዘት ያላቸው ግጥሞችን ወደ መድረክ እንዲቀርቡ በማድረግ እንዲሁም መስጊዱን በመቆጣጠር እና ሰዎችን በመፈተሽ የተሳተፈ በመሆኑ

እንዲሁም ከ28/08/04 ዓ.ም ድረስ ላልታወቁ ግብረ አበሮቹ አወሊያ በሚቀጥለው ሳምንት የጁምአ ትግላችን ይቀጥላል፣ እኛ የመቱ ሙስሊሞች ስማችን በደህና ይጠራ ነበር በአሁኑ ሰዓት ግን እስልምናችን እየተረገጠ ይገኛል፤ ሙስሊሞች ለመሆኑ በህይወት እያለን ሃይማኖታችን የማንም አይሁድ እና የማንም ለሆዳቸው ባደሩ መናፍቅ ካድሬዎች መጫወቻ መሆን የለበትም ወይም እንዴት ይሆናል፣ የመቱ ሙስሊሞች ፀጥ ብለው አክራሪ ያልሆኑ ስልጠና መከታተላቸው ትክልል አይደለም፤ ወኔ ይጎድላቸዋል በአንዋር መስጊድ ለሚደረገው ተቃውሞ አፋቸውን የሚለጥፉበት ፕላስተር ማዘጋጀቱንና የሚበተን ወረቀት እንዲያዘጋጅ መመሪያ በመስጠት በተለይም ሚያዝያ 28 ቀን 2004 ዓ.ም ለ4ኛ ተከሳሽ ለሆነው ካሚል ሸምሱ ስልክ በመደወል ለህገ ወጥ ሰልፍ እንዲዘጋጁ የድምፅና ፅሁፍ መልዕክት በማስተላለፍ፤

25ኛ ተከሳሽ አሊ መኪ፡ የሽብር ቡድኑን አላማ እና አጀንዳ በመቀበልና በመደገፍ ይህን ለማስፈፀም ቀኑና ወሩ ባልታወቀበት በ2004 ዓ.ም አመፅ ቀስቃሽ በራሪ ወረቀቶችን ፒያሳና አየር ጤና አካባቢ በሚገኙ ኮፒ ቤቶች በማባዛት ልዩ ቦታው አብዱራህማን መስጊድ ውስጥ ለተሰበሰበው ህዝብ በመበተን ህገ-ወጥና የሽብር ቡድኑ ባቀደው መሰረት በ1ኛ ተከሳሽ ትዕዛዝ ራሳቸውን ለማቋቋም ባሰቡት የመጅሊስ ምርጫ አስመራጭ ኮሚቴ እንዲቋቋም በማድረግ፤ እንዲሁም የሰደቃና የአንድነት ፕሮግራሞችን በቁጥር 7 የሚሆኑ መስጊዶች ላይ እንዲዘጋጁ በማስተባበር፤ ከግንቦት 23 ቀን 2004 እስከ ሰኔ 10 ቀን 2004 ዓ.ም ድረስ ለጊዜው ማንነታቸው ላልታወቀ ግብረአበሮቹ ስልክ በመደወል እና መልእክት በማስተላለፍ የሽብር ቡድኑ አባላት ማለትም 1ኛ 2ኛ እና 4ኛ ተከሳሾች ስለታሰሩ ተቃውሟችን ይቀጥላል የሚል መልዕክት በማስተላለፍ፤

26ኛ ተከሳሽ ሼህ ሀጂ ኢብራሂም፡ ከ2000 ዓ.ም ጀምሮ ከሳውዲ ኤምባሲ የሃይማኖት ክፍል በወር 7 ሺህ ሪያል እየተቀበለ ሃይማኖትን እንደሽፋን በመጠቀም የሽብር ተግባር ለመፈፀም ሲንቀሳቀሱ ከነበሩ ቡድኖችን ጋር በመሆን በ2004 ዓ.ም የቡድኑ አመራሮችን ተከሳሹ ቀደም ብሎ ባቋቋመው የኦሮሚያ እስላማዊ ጥሪ ማህበር በሚባል መንግስታዊ ያልሆነ ድርጅት ውስጥ በሚስጥር ስብሰባ እንዲያደርጉ በማመቻቸት፣ ከአክራሪ ውጪ ያሉ አስተምሮቶች በግድ እየተጫነብን ነው በሚል በማነሳሳት፤

በተለይም በሐምሌ ወር 2004 ዓ.ም ከየት እንደሚመጣ የማይታወቅ በሚሊየኖች የሚቆጠር ገንዘብ በተቃውሞ ሰበብ ለተነሳው የአመጽ ተግባር እንዲውል በማሰብ ለተለያዩ ግለሰቦች በማከፋፈል በመጨረሻም “እስካሁን ለሰዎች ያደልኩትን ገንዘብ ደህንነት አውቆብናል መረጃ ሰምቻለሁ” በሚል የተረፈውን 500000 (አምስት መቶ ሺህ) ብር በመሰወር፣ በወንጀል ተፈላጊ ሸህ መሀመድ ሁሴን የተባለ የቡድኑ አባል የነበረና በአሁኑ ሰዓት ሣውዲ አረቢያ የሚገኝ በነሐሴ ወር 2004 ዓ.ም በእስር ላይ ለሚገኙ የቡድኑ አባል የሆኑ ቤቶሰቦቻቸው መርጃ በሚል ከተላከለት ብር ለ22 የእስረኛ ቤተሰቦች 88000 (ሰማኒያ ስምንት ሺህ ብር) በማከፋፈል የተከሳሾችን ድርጊት በመደገፍና ተሣታፊ በመሆን፡-

27ኛ ተከሳሽ ሼህ አብዱራህማን ኡስማን፡ ለረዥም ጊዜ ወደ ሳውዲ አረቢያ በመሄድ የአክራሪነትን ትምህርት ወስዶ በ1991 ዓ.ም ወደ ኢትዮጵያ በመግባት አዲስ አበባ በሚገኘው የሣውዲ አረቢያ ኤምባሲ የሃይማኖት ክፍል (ሙልቅ ሰቃፊ) በወር 14000 አስራ አራት ሺህ ብር በደመወዝ መልክ እየተከፈለው የአክራሪነትን ትምህርት የሚያስፋፋ፡-

በተለያዩ የኦሮሚያ ክልል ውስጥ ከ1991 ዓ.ም ጀምሮ ከመጅሊስ ዕውቅና ውጭ አክራሪነት የሚስፋፋባቸው 71 የሚደርሱ መስጊዶችን በማስገንባት በሚቀጥራቸው ሰዎች አማካኝነት አክራሪነት እያስፋፋ የሚገኝና ከአክራሪ አስተሳሰብ ውጪ ያሉትን እናስወግዳለን በሚል ለሚንቀሳቀሰው ቡድን በተለያዩ ዘዴዎች ድጋፍ ሲያደርግ የነበረ በመሆኑ፡-
ቀደም ሲል የነበረው እስልምና ሀራም ነው፤ እድር የሚባል ነገር መኖር የለበትም፤ ከመንግስት የመሬት ማዳበሪያ ወስዶ መጠቀም ሀራም ነው፤ ሱሪ ያላሳጠረ ሙስሊም አይደለም፤ ሌሎች የእስልምና አስተማሪዎች ሃይማኖት የሌላቸው ስለሆኑ ጀሀድ ሊደረግ ይገባል በማለት ህዝቡን በመከፋፈልና ለግጭት በማነሳሳቱ፤
ይህንኑ የአክራሪነት አላማውን ለማስፋፋት በሚል ለ28ኛ ተከሳሽ ወ/ሮ ሀቢባ መሀመድ በተለያየ ጊዜ 1.5 ሚሊዮን ብር በላይ በመስጠት በኦሮሚያ ክልል ውስጥ አክራሪነትን በማስፋፋትና ይህንኑ ለማድረግ የሚያስችል ቦታ እንዲሰራ በማድረግ፡-

28ኛ ተከሳሽ ሀቢባ መሀመድ፡ ከ27ኛ ተከሳሽ አብዱራህማን ኡስማን ጋር በመገናኘትና 1.5 ሚሊዮን ብር በላይ በመቀበል ከመጅሊሱ እውቅና ውጭ በኦሮሚያ ክልል ውስጥ አክራሪነትን በማስፋፋት፣ ቦታውን በማስገንባትና በአ/አበባ ከሚገኘው የሳዑዲ አረቢያ ኤምባሲ የሃይማኖት ክፍል ግንኙነት በመፍጠር ለአክራሪነት ማስፋፊያ የሚሆን በቀን 09/11/2—4 ዓ.ም 50.000 (ሀምሳ ሺህ ብር) በመቀበል እንዲሁም ለህገ ወጥ አላማ እየተጠሩ የነበሩትን የሰደቃ ፕሮግራም ለመደገፍ የሚውሉ የተለያዩ ቁሳቁሶችን ይዛ ስትንቀሳቀስ እጅ ከፍንጅ በመያዟ፡-

29ኛ ተከሳሽ ዶ/ር ከማል ሀጂ ገለቱ፡ ወደ ውጪ ሀገር በመሄድ የአክራሪነትን ትምህርት ተከታትሎ ወደ ኢትዮጵያ በመግባት አዲስ አበባ በሚገኘው የሳውዲ አረቢያ ኤምባሲ የሀይማት ክፍል (ሙልቅ ሰቃፊ) በወር 20.000 ሺህ ብር በደመወዝ መልክ እየተከፈለው የአክራሪነትን ትምህርት የሚያስፋፋ፡-

በዚሁም የአክራሪነት ተግባር በየጊዜው ለሃይማት ክፍሉ ሪፖርት በማቅረብ እና የሽብር ተግባር ለመፈፀም የተንቀሳቀሰውን ቡድን በህቡዕ በመሰብሰብና የምክር ድጋፍ በመስጠት በመሳተፉ፡-

በአጠቃላይ ተከሳሾች ፖለቲካዊና ሃይማኖታዊ አላማቸውን ለማራመድ በማሰብ ይህንኑ ለማስፈፀም ከላይበተገለፀው መልኩ በመደራጀትና የህዝብ ሙስሊሙን ጥያቄ ለመፍታትና ለሚመለከተው አካል እናቀርባለን በሚል ሽፋን ባቋቋሙት ሕገ ወጥ ኮሚቴ ሰዎችን በማደራጀትና በመንግስት ላይ ተፅዕኖ ለማሳደር፣ ህብረተሰቡን ወይም የህብረተሰቡን ክፍል ለማስፈራራትና የሀገሪቱን መሰረታዊ ፖለቲካዊና ህገ መንግስታዊ ተቋማትን ለማናጋት የጅሐድ እና የአመጽ ጥሪ አድርገው በማነሳሳት በተለይ ከላይ በተገለፀው ኮሚቴ የህዝብ ሙስሊሙን ጥያቄ ለመንግስት ለማቅረብ ተወክያለሁ በማት ከተለያዩ የመንግስት አካላት ጋር እንደ ሽፋን የሚጠቀሙባቸውን ጥያቄዎች አቅርበው፤

የካቲት 26 ቀን 2004 ዓ.ም መልስ ቢሰጣቸውም ለጥያቄያችን መልስ አልተሰጠንም በሚል የሽብር ተግባሩ እንዲቀጥል በማድረግ በአ/አበባ በተለያዩ ቦታዎች ረብሻ በማስነሳት በተለይም

ሐምሌ 6 ቀን 2004 ዓ.ም በአዲስ ከተማ ክ/ከተማ ልዩ ቦታው ታላቁ አንዋር መስጊድ እና አወሊያ መስጊድ በተነሣ ረብሻ 1ኛ /ኮ/ር ግርማይ ገ/ሚካኤል በተባሉት የግል ተበዳይ ላይ ከባድ የአካል ጉዳት የደረሰ በመሆኑ እንዲሁም

1ኛ/ በአወሊያ መስጊድና ት/ቤት ላይ ግምቱ 55000 (ሀምሣ አምስት ሺህ ብር) የሚሆን የንብረት ጉዳት የደረሰ በመሆኑ

2ኛ/ ለህዝብ የትራንስፖርት አገልግሎት በመስጠት ላይ በነበሩት የሠሌዳ ቁጥራቸው ኮድ3-75189፣ ኮድ3-73962፣ ኮድ3-005534፣ ኮድ3-76592 እና ኮድ3-19067 የአንበሳ አውቶብሶች ላይ የብር 61944 (ስልሣ አንድ ሺህ ዘጠኝ መቶ አርባ አራት) የሚገመት የንብረት ጉዳት፣

3ኛ/ ንብረትነቱ የበድር ህንፃ ነጋዴዎች ኃ.የተ.የግ.ማህበር በሆነው ህንፃ ላይ የብር 27347 (ሃያ ሰባት ሺህ ሶስት መቶ አርባ ሰባት ብር) የሚገመት የንብረት ጉዳት እንዲደርስ በማድረጋቸው

4ኛ/ ንብረትነታቸው የግል ተበዳይ አቶ ተሻለ ዳኜ የሆነ የሰሌዳ ቁጥሩ ኮድ 3-69292 አ.አ እና ሱፍያን በያን የሆነ የሰሌዳ ቁጥር ኮድ 2-82203 ተሽከርካሪዎች ላይ ግምቱ 7500 (ሰባት ሺህ አምስት መቶ ብር) የሚሆን የንብረት ጉዳት የደረሰ በመሆኑ በአጠቃላይ በድምሩ 151791(አንድ መቶ ሃምሳ አንድ ሺህ ሰባት መቶ ዘጠና አንድ) ብር የሚገመት የንብረት ጉዳት በማድረሳቸው በፈፀሙት የሽብር ድርጊቶችን መፈፀም ወንጀል ተከሰዋል።

2ኛ ክስ

(ከ1-29ኛ ባሉ ተከሳሾች ላይ ብቻ)

ወንጀሉ

በ1996 ዓ.ም የወጣውን የኢ.ፌ.ዴ.ሪ የወንጀል ህግ አንቀጽ 27/1/32/1/ሀ/፣ለ እና 38/1/፣ 238/1/ሀ/እና/2/ በመተላለፍ

የወንጀሉ ዝርዝር

ተከሳሾች በዋና ወንጀል አድራጊነት ተካፋይ በመሆን እና በወንጀል አድማ ስምምነት፣ ህገ መንግስቱንና ህገ-መንግስታዊ ሥርዓቱን ለማፍረስ በማሰብ ቀንና ወሩ ባልታወቀበት ከ2001ዓ.ም ጀምሮ የሃይማኖት አስተማሪዎች ቡድን በማለት በህቡዕ ባቋቋሙት ቡድን በሀገሪቱ ሃይማኖታዊ መንግስት ማቋቋም /መመስረት/ የሚል ፖለቲካዊ ግብ በማስቀመጥ የረጅም፣ የመካከለኛ እና አጭር ጊዜ ዕቅድ በማውጣት እና እስትራቴጂዎችን በመንደፍ፣ ከላይ በ1ኛ ክስ በተዘረዘሩት የወንጀል አፈፃፀም አማካኝነት፤

በሕገ-መንግስቱ ላይ የተቀመጠውን የሃይማኖት እኩልነትን ለማፍረስ በማሰብ ከአክራሪ እምነት ውጪ ሌላ እምነት መወገድ እንዳለበት በምትኩ አክራሪነት እንዲስፋፋና ህገ-መንግስታዊ ድንጋጌዎች እንዲፈርሱ የተለያዩ የአመፅና ሽብር ቅስቀሳዎች በመፈፀም
ሐምሌ 7 ቀን 2004 ዓ.ም በታላቁ አንዋር መስጊድ በተሰበሰበው ህዝብ መንግስት በሃይማኖታችን ጣልቃ ስለገባ ሙስሊም በጋራ ልትነሳና ልትወጣ ይገባል
ፖሊስ ሙስሊሞችን ገድሏል እናንተ ምን ትጠብቃችሁ
መንግሥት ከኢትዮጵያ የእስልምና ጉዳዮች ምክር ቤት /መጅሊስ/ ጋር በመሆን ከውጭ መንግስታት በተመደበ 60 ሚሊዮን ዶላር ከኛ ውጪ ያሉትን አስተሳሰቦችን ለማስፋፋት እየሰራ ነው። ለሃይማኖታችን አንገታችንን እንሰጣለን፣ በዩኒቨርስቲዎች ሶላት መስገድ ተከለከለ፣ መንግስት ሃይማኖታችንን መርገጥ ጀመረ፣ ለሃይማኖታችን አንገታችንን እንሰጣለን
የኦሮሞ ህዝብንና ክርስቲያኖችን ለአመፅ /ሁከት/ ማነሳሳት አለብን
ሙስሊሙ ህብረተሰብ የእምነት ነፃነቱ ያልተከበረ እና ሃይማኖታዊ ነፃነቱን የተነፈገ ሆኗል። ገዢው መንግስት አያስተዳድረንም፤
መንግስት በሃይማኖታችን ጣልቃ እየገባ በመሆኑ አንፈራም ጅሀድ አውጀናል ይህንን መንግስት አውርደን ሃይማኖታዊ መንግስት ማቋቋም አለብን።

የሚሉና የመሳሰሉትን የሚያሳሱና በህገ-መንግስታዊ ስርዓቱ ላይ አመኔታን የሚያሳጡ ንግግሮች፣ ፅሁፎችና የመሳሳሉትን በመጠቀም ለአመፅና ለሽብር ተግባር በማዘጋጀትና አመፅ በማስነሳት በሰዎች ላይ የአካል ጉዳት በማድረስና ንብረት በማውደም በዋና ወንጀል አድራጊነት ተካፋይ ሆነው በፈፀሙት ህገ-መንግስቱንና ህገ መንግስታዊ ስርዓቱን የማፍረስ ሙከራ ወንጀል ተከሰዋል።

3ኛ ክስ (በ30ኛ ተከሳሽ ላይ)

ወንጀሉ

በ1996 ዓ.ም የወጣውን የኢ.ፌ.ዲ.ሪ የወንጀል ህግ አንቀጽ 34(1) እና የፀረ ሽብርተንነት አዋጅ ቁጥር 652/2001 አንቀጽ 5(1) መ ስር የተመለከተውን በመተላለፍ፤

የወንጀሉ ዝርዝር

ተከሳሽ በ17ኛ እና በ10ኛ ተከሳሾች ሥራ አስኪያጅነትና ምክትል ሥራ አስኪያጅነት ሲተዳደር የተቋቋመለትን የበጎ አድራጎት አላማና ህጋዊ ግዴታ በመጣስ ከላይ በ1ኛ ክስ ላይ የተጠቀሰው የሽብር ቡድኑን አላማና እቅድ ለማራመድና ለማሳካት

1ኛ ቀኑ በትክልል ካልታወቀበት ጥር ወር 2004 ዓ.ም ጀምሮ ንፋስ ስልክ ላፍቶ ክ/ከተማ ልዩ ቦታው ጎፋ ተብሎ በሚጠራው አካባቢ ህቡዕ የሽብር አጀንዳ የያዘውን የሽብር ቡድን ያደርግ የነበረውን ስብሰባ ቦታ በማዘጋጀትና የመስተንግዶ አገልግሎት በመስጠቱ፡-

2ኛ ሚያዚያ 4 ቀን 2004 ዓ.ም ከምሽቱ 1፡00 ሰዓት ሲሆን ን/ላ/ክ/ከተማ ልዩ ቦታው ሳር ቤት ካርል አደባባይ ተብሎ በሚጠራው አካባቢ የማህበሩ ንብረት በሆነው ኮድ ዕድ 35-3574 ተሽከርካሪ የሽብር ቡድኑ ለአመጽና ረብሻ መቀስቀሻነት ይጠቀምበት የነበረውን በራሪ ወረቀት ለመበተን በ10ኛ ተከሳሽ ትዕዛዝ በማህበሩ ሾፌር አሽከርካሪነት ጭኖ ሲንቀሳቀስ የተያዘ በመሆኑ በፈፀመው ለሽብርተኝነት ድጋፍ በመስጠት ወንጀል ተከሷል።

4ኛ ክስ (በ31ኛ ተከሳሽ ላይ)

ወንጀሉ

በ1996 ዓ.ም የወጣውን የኢ.ፌ.ዲ.ሪ የወንጀል ሕግ አንቀጽ 34(1) እና የፀረ ሽብርተንነት አዋጅ ቁጥር 652/2001 አንቀጽ 5(1)መ ስር የተመለከተውን በመተላለፍ።

የወንጀሉ ዝርዝር

ተከሳሽ በ21ኛ ሥራ አስኪያጅነት ሲተዳደር የተቋቋመለትን የበጎ አድራጎት አላማና ህጋዊ ግዴታ በመጣስ ከላይ በ1ኛ ክስ ላይ የተጠቀሰው የሽብር ቡድኑን አላማና እቅድ ለማራመድና ለማሳካት ቀኑ በትክክል ካልታወቀበት ጥር ወር 2004 ዓ.ም ጀምሮ ን/ላ/ክ/ከተማ ልዩ ቦታው መካሳ ተብሎ በሚጠራው አካባቢ 21ኛ ተከሳሽን በአባልነት የያዘው የሽብር ቡድን ያደርግ ለነበረው ስብሰባ ቦታ በማዘጋጀትና የመስተንግዶ አገልግሎት በመስጠቱ በፈፀመው ለሽብርተኝነት ድጋፍ መስጠት ወንጀል ተከሷል፡

በክሱ ላይ ከሰነድ ማስረጃ በተጨማሪ

የሰው ምስክሮች ብዛት 192 (አንድ መቶ ዘጠና ሰባት) ሲሆን ለምስክሮች ደህንነት ሲባል በአዋጅ ቁ.652/2009 አንቀጽ 32 መሰረት ለተከሳሾች የማይደርስ፤ መሆኑን ክሱ አመልክቷል።¾

ይህ ነው የሕዝበ ሙስሊሙን ሰላማዊ ትግል የሽብር ተግባር አድርጎ ያቀረበው የሀሰት ክስ፡፡ መሪዎቻችን ትላንትም ዛሬም የሰላም አምባሳደሮች ናቸው፡፡ አገር በሕግ እንጂ በተቀነባበረ የሀሰት ድራማ አትመራም፡፡


Tuesday, October 30, 2012

Muslimoota Ihaadiig yakka itti bane (kasase)

Muslimoota Ihaadiig yakka itti bane (kasase)
1.       Abubakar Ahmad Muhammad
2.       Ahmadin Jabal Muhammad
3.       Yaasin Nuuruu Ismaa’iil
4.       Kaamil Shamsuu Siraaj
5.      
6.       Sheek Makata Muhee
7.       Saabir Yirguu Maandaafroo
8.       Muhammad Abbaat Tasammaa
9.       Ahmad Musxafaa
10.     Muraad Shakuur Jamaal
11.    
12.    
13.     Sheek Baharuu Amaan Shakuur
14.     Hasan Alii Shuribaa
15.     Muniir Husseen Hasan
16.     Sheek Sa’iid Alii
17.     Sheek Sulxaan Haaji Amaan
18.    
19.    
20.    
21.    
22.    
23.    
24.    
25.    
26.    
27.    
28.     Sheek Abdurrahmaan Usmaan kaliil
29.     Habiiba Muhammad (jaartii Juneydiin Saaddoo)
30.     Dr. Kamaal Hajii Galatoo Maammee
31.     Al-Birr Development korporashion Ajeensii
32.     NAMA waldaya walgargaarsaa
Bakki duwwaan bira dabarree namoota maqaan Isaanii hanga ammaa nu hin gahini.


Mana hidhaa Ma'akalaawiirraa namni 9 bahee jira

Oduu haarawa:
Obboleeyyan keenya kanneen Mana Hidhaa Maa'ikelaawwii keessatti seeran ala hidhamuun dararamaa turan keeysaa 9 gad lakkifaman. kanneen gad lakkifaman keessa:
1.Ustaaz Salahaddin Mallas
2.Artist Dinoo Ali
3.Abubakr Raja
4.Seid Yusuf
5.Mummad Tamam
6.Mu'azina Masgiida Bilaal kan ta'an-Ustaz Jemal keessatti argamu. Akkasumas miseensa koomiteewwan keenya kan ta'an sheik Mahammad Kadris gad lakkifamuun isaanii gabaasameera.

Monday, October 29, 2012

Ethiopia charges 29 Muslims under anti-terror law

By AFP

Twenty-nine Ethiopian Muslims were charged Monday with plotting acts of “terrorism”, the majority arrested after protests accusing the government of interference in religious affairs.

According to court documents, the group is accused of “intending to advance a political, religious or ideological cause” by force and the “planning, preparation, conspiracy, incitement and attempt of terrorist acts.”

The 29 accused -- including nine prominent Muslim leaders -- were jailed following protests in July staged by Muslims against the government.

Among the accused was Habiba Mohammed, the wife of the former minister of civil service, charged with smuggling funds to support religious extremism.

Demonstrations began in January by Muslims who accuse the government of trying to impose the moderate Al Ahbash Sufi branch of Islam, a Lebanese import mostly alien to Ethiopia.

Protesters also accuse authorities of fixing elections for the leaders of the Supreme Council on Islamic Affairs, the community’s main representative body, after jailing Muslim leaders who would have participated in the vote.

Two local non-governmental organizations were also charged with "rendering support" to terrorism.

The courtroom in the Ethiopian capital was filled Monday with armed police officers alongside the 29 accused, who stood before a judge to receive the charges.

Dozens of family members and friends who could not fit inside the courtroom waited outside and cheered as the charged returned to prison on buses.

According to official figures, nearly 34 percent of Ethiopia’s 83 million people are Muslim.

Ethiopia’s constitution calls for a secular government and prohibits government interference in religious affairs.

This month, Ethiopia’s new Prime Minister Hailemariam Desalegn insisted the government respects religious freedom, but said some acts of religious extremism had been uncovered and the government must curb such incidents.


Sunday, October 28, 2012

Salaata Masjidatti akka hin salaanne dhowwaman

Oduu Nama Boochisu Goodina Wallaggaa Lixaa Aanaa Noolee Magaalaa Kaabarraa dhagayame.
Oduun kunoo akkana jedha:

G/W/L/A/noolee kaabbaa magaalaa bubbee shek Hasan sabbooqaa nama jedhamu fidnee sheki kun ijoollee hedduu ija banachiisee kaan kitaaba qaraasisaa haala gaariin uummata fuudhee deemaa ture. Kana gidduutti dhimmi nageenyaa aanaa sanaa koree masjiidaa waamee "iimaama shek hasan sabbooqaa
jedhaman akka ofirraa raamadaana gaafa 11 geggeessitan jedhe. Iimaami kun waa dubbatee miti waas balleessee miti leenjii ahbashaa kanaan dura Naqamteefi Ghimbii irratti geggeefame hin hirmaannee" jedhaniiti. "namnni leenjii irratti hin hirmaanne iimaama tahuu hindanda'u ulaagaa jedhu dhufe" jedhan.
Akka magaalittiitti nama 4 duwwaatu jeeqa isaanis
1.misikir hayilee kanduraan dura ta'aa gandaa turee qabeenya uummataa fixee haadha iyyeessaa harkaa mana gandaan siifkenna jedhee gubboo nyaachaaturee ari'ame.
2.mahammad idiriis qabeenya qaba ture paarlaamaan taa'a nafilaa jedhee nama mootummaatti quba qabaa turee Rabbiin harkaa gate.
3.geetaachaw nama jedhamu
4.caalii beenyaa hattuu nama ture.
Boodana keessa mootummaan jara kana qabatee eega iimaami deemanii jama'an bittinnaaye. Dhimmi nageenyaa (tasfaa) jedhamu nama haabashii tahe gaafa ramadaana 16 mahammad idiriis namicha jedhamutu iimaama tahuu qaba jedhee bakka buuse. Namichi mahammad idiriis jedhamu kitaaba gaafa leenjii fudhate kitaaba haabashii irraa afaan amaaraan dawaas kuxbaas uummatatti godhaa jira. Boodana keessa gaafa 9/1/2005 nama 48 tti ba'ee akka isaan salaata masjiida dhaqanii salaatuu hin dandeenye.
Namooti kun dhaqanii gaafannaan "masjiidi kan suufiyyaatii Ahbaashoota qofatu itti tajaajilamuu qaba" jedhaniin.
Walgahii gaafa 16/1/2005 filannoo wajjin wa qabate irrattis dubbiin kun ka'ee ture maaliif akka masjiida seenuu hindandeenye. Yeroos kaabineen Indaargaachoo jedhamu akkas jedhe "isin waabiyyaadha mootummaan xiyyitiin rukutaa jedheera kanaaf waabiyyaa xiyyitiin rukutuudha kan nuti xiyyitiin isin hin rukutinuu hintole" jedhe.
Namicha mootummaan iimaama godhee kaa'e mahammad idiris afaan amaaraan akkas jedhe " inante wanjalanyooch naachuu mengist lemagelbex new yetanasachut enam memrexm memmerexm atichilum" jedhe. Uummatis nuun yoom waabiyyaadha ofiin jenne nuti muslimoota jedhan. Jennaan namichi dhimma nageenyaa aanaa sanaa (tasfaa) namnni jedhamu akkas jedhe "mootummaan gubbaamaa nama suufiyyaa hin taane 100 irra suufiyaa tokkollee haataatu ishee tokkoo sana bira dhaabbadhaa " jedhe.
Uummati baayyeen wagahii dhiisee ba'e.
Masjiidarraa dhorkamnneee jiraachaa jirra. Namichi mohammad idiris jedhamu amma iyyuu rakkoo guddaa uumaa jira. Kitaaba haabashii irraa uummata tti afaan amaaraan jallisaa jira. Harra carraa argattee nurra gulufaa jirti. Harki dabaree wal dhiqa! Guyyaan muslimaaf taatu hindhufti.

Saturday, October 27, 2012

Iida Arafaa gabaabatti

Guyyaa Iidaa qabsoon godhame akka biyya guututti kan jeynummaa ummata Islaamaa fi tokkummaa isaa agarsiiseedha.
Finfinnee Muslimoonni miliyoonataan lakkaawaman, Dirree Dawaa, Adaamaa, Jimmaa, Baatii, Affaar Millee,  Shaashamannee, Baalee Roobee fi Dodoolaa, Walloo Kamisee, Dasee, Baakkoo, corraa, fi bakka hedduutti sagalee fi kaardii if eggannoo kelloo (yelloow card) Mootummaaf kennanii jiran.
ETVn sagantaa Iidaa kan duraan dabarsaa ture barana Finfinneerraa osoo hin dabarsin oluun isaa Mootummaan hangam takka hanga sagalee ummataa ukkamsaa jiru agarsiisa.
waan Iida arafaa irratti argame keeysaa:
Walisoo Mootummaan Imaama Ahbaash jalatti salaataa jedhee waan hawaasa dirquuf yaalii godheef hawaasni Iida dirree bahuu irraa olee seenaa ajaa'ibaa dalagee jira. Mootummaa fi kaadreen hangi muraasni salaata Iidaa salaatanii galanii jiran.
Adaamaatti Bartoota yunivasiitii irratti gochii sukkanneesaan waraana mootummaatin dalagamee olee. Bartoota gara dirree Iidaa deemaa jiran waraanni federaalaa tumee jira.
Dirree Dawaatti Kantiibaan yeroo haasawa godhu ummanni kaardii itti ol qabee Takbiiraa ol fuudhee godhuudhaan callisisanii jiran.
Finfinnee ETV waajira Isaa biratti hawaasni walitti qabamee ETV kijibaaa, ETV hattuu, ETV shororkeysaa jechuun hanga isaaniif gahutti saffaraniifii jiran.

Godina hararge bahaa aanaa gola odaatti ummanni muslimaa dirree iidaatti masjiidaaf qarshii 34747 akka buusanitti qabduu maallaqaa yokaa si .ajjeefna jechuun maallaqa fudhani jiru policeen oromia harkaa fuudhani jiran.
waan hunda gabaasuun ni ulfaata gabaabumatti Jeynummaa fi tokkummaan Ummata Islaamaa hangam akka cime Ihaadiig agarsiisanii jiran.

Allaahu Akbar!!!! 
Footoo armaan gadii tartiibaan laalaa.




Adaamaa

 ETV KIJIBAA!!!!!

 KAMIISEEE


Thursday, October 25, 2012

Balee qabsoo halkan Iidaa eegaltee jirti

Oduu Dodola irraa nu geeyse
Halkan arraa 25-10-2012
Hawaasni musliimaa magalatti salaata ishaa'ii boodaa moormii dhageessisan. 
Dhadannoowwanis
1. Akiidaa irratti Maslahaan hin jirtu Ahbashiin duuba dhaabbannee hin salaannu!
2. Ahbaashiin dinnee /hin qeeballu!
3. Filannoon Taasifamee Dimokraatawaa miti!
4. Mootummaan dirqiin Ahbaashiin nuntaasisu!
5. Nama qubaan mallatteessu/jahilaan hin hoogganamu!
6. Lafa irratti, Mana hidhaattis, Qabrittis, Ahbashin Mormine! fi.k.k.f