***** Gorsa
Bareedaa Dr. Aa'id Al-Qarnii*****
Yaa Abbaa
Ilmaa! Yaa Hadha Ilmoo Dhagayi!
Ilmoo yoo
hin qabaannes beekhi!
>Ilma
keetiin Ka’ii salaati yoo dide Azaaba seenta hin je’aniin
Garuu Koottu
naa wajjiin salaati akka waliin Jannata seenuuf je’iin.
>Ilma
keetiin ka’ii baradhu, hin taphatin barnoota sii caala hin je’iniin
Garuu Hoggaa
barnootaa fii hoojii manaa kee fixxe wajjiin taphanna ykn bashannan je’iin.
>Ilma
keetiin ka’ii afaan sawaakkadhu yeroo hunda sitti himuu hin qabu hin je’aniin
Garuu Ati
waan hoggaa hunda afaan sawaakkattuuf natti tolta, hangan ani siif himullee hin
eydu je’iin.
>Ilma
keetiin cinnaacha biitaa irratti hin rafin jettee itti hin ka’iin
Garuu
Rasuulli s.a.w cinnaacha mirgaatin akka rafnu nu barsiise je’iin.
>Jechi
sirraa bahu hundi ilma kee irratti waan uumu qaba.